Gootota Qeerroo Bilisummaa Magaalaa Abaaroo Gurraandhala 17,2016

Aside

Gurraandhala 17,2016 Magaalaa Dodolaa Keessatti Alaabaan ABO Balali’aa Oole,Gootonni Qeerroo Wallee Warraaqsaan WBO Faarsaa Oolaniiru.

Aside

Lixa Oromiyaa Baha Wallaggaa Bakkeewwan Hedduun Fincila Xumura

Aside

Gurraandhala 17,2016 Har’as gootonni Barattoota Oromoo Kan Baha Wallagaa jala jiran erga boqonnaa semisteeraati deebi’anii kanneen akka Mana barumsaa Naqamtee Magaalaa Keessatti argaman,M/Barumsaa Nuunnuu Qumbaa(Nuunnuu,WaamaaAdaree ,Dirree),M/Barumsaa Waamaa Hagaloo(Qassoo,Moxe,Kiillo,Baataa,Aleeluu),M/Barumsaa Qophaa’ina Naqamteef Jiituutti haalaan finiinfamaa jira

Guyyaa Har’aa Alaabaan ABO Magaalaa Kofalee Keessatti Gootota Qeerroon Balali’aa Jirti.

Aside

Guyyaa Har’aa Gootonni Qeerroo Bilisummaa Waraana Wayyaanee Dura Jagnummaan Dhaabbbataa Jiru.

Aside

Diddaan Gootota Qeerroo Jabaatee ,Har’a Gur,17,2016 Wallagga Horroo Guduruu Aanaa Amuruu Manneen Barnootaa Keessatti FXG Haala Jabaa Ta’een Gaggeeffamaa Jira.

Aside

 

Qeerroon Bulee Horaa Diddaa Sirna Mootummaa Itiyophiyaa Daran Jabeessee Jira.

Aside

Har’a Gurraandhala 17,2016 Arsii Kofalee Keessatti Gootonni Qeerroon Karaa Cufaa Jiru.

Aside

Diddaa Qeerroo Bulee Horaa Gurraandhala 17,2016 Irratti WBO Faarsan.

Aside

Gurraandhala 17,2016 FXG Bulee Horaa.

Aside