Ilmaan Oromoo kun ammayyuu Qilinxoo jiru. Iyyamuufii qaba. Kana qofaa miti hedduu kan maqaan hin waamamne lakkoofsaan kumaan lakkaawaman ni jiru.
Kan isaan mana hidhaa ilma namaaf hin malle kana keessatti warri hafan kuniinis maqaa ABOn Waraanaa fi Dabballummaatti shakkamaniiti. Jaallan amma illee hidhaa diinaa keessa jiran kuniin gootota qaqaalii dha, dandeettii gama hundaan kanneen qaroo fi ijoo ta’ani.
Jarreen sabboontoti kun hedduun isaanii maatiin lubbuun jiraachuu isaanii fi eessa akka isaan jiran quba hin qaban.Haalli isaanii kan garaa nama nyaatuu fi gaddisiisanidha. Huccuu if irraa jijjiirratan hin qaban.
1. Urgeessaa Daammanaa.
2. Qajeelaa Galaanaa.
3. Habtaamuu Acaaluu.
4. Tokkummaa Mul’isaa.
5. Abbabaa Urgeessaa.
6. Dagaagaa Biraanuu.
7. Tufaa Malkaa.
8. Abbush Fiqiree.
9. Dagaagaa Malkaa.
10. Mulunaa Balaxaa
11. Moosisaa Dagim.
12. Anbassee Gonfaa.
13. Waaqoo Margaa.
14. Fedhasaa.
15. Farajaa Getachoo.
16. Shaashoo Anbassaa.
17. Alamuu Anbassaa.
18. Bakirii Abdallaa.
19. Yeroos Heeyyii.
20. Dararaa Tolaasaa.
21. Abdii Laggaasaa.
22. Bakkalchoo Mika’eel.
23. Tasfaayee Guutaa.
24. Badhadhaa Dirribaa.
25. Faqqadaa Wariyoo.
26. Mahamaad Umoor.
27. Baalicuu Luuccee.
28. Dirribaa Magarsaa.
29. Sisaayee Gabayyoo.
30. Habtamuu Bayyanaa.
31. Shaanqoo Akkushaa.
32. Badhadhaa Ayyaanaa
33. Addisuu Fayyee.
34. Bojaa Girmaa.
35. Tasfayee Nugusee.
36. Ramadan mahaamadii.
37. Magarsaa Ahamadii
38. Shuumaa Raggaasaa.
39. Abdii Asmaraa.
40. Fiixaa Alamuu.
41. Abduu Ashee Alii.
42. Mahamadii Aliyyii.
43. Gabbiisaa Jabeessaa.
44. Kabbadaa Camaadaa.
45. Darajjee Dhaabaa.
46. Kamaal Abdallaa.
47. Haabuluu Angaasaa.
48. Badhaasaa Qurree.
49. Baatii mul’ataa.
50. Shantaamaa Qana’aa.
51. Lammii Mootummaa.
52. Waldee mootummaa
53. Deebisaa Feetuu.
54. Addunyaa Baqqalaa (Magarsaa).
55. Deebis Bal’inaa.
56. Dirribsaa Daamxee.
57. Ramaadaan Abdoo.
58. Gollicha Bokkuu.
59. Eebbisaa Galataa
60. Mahaadii Aliyyii.
61. Yoohaniis Urgeessaa.
62. Naa’ool Shameexoo.
63. Isma ‘eel Umaar.
64. Wayyeessaa Baqqalaa
65. Asheetoo Qumbii.
66. Kaliil Usmaan.
67. Abdallaa Huseen.
68. Sulxaan Adaam.
69. Dasaleenyi jimaa.
70. Yooseef Didhaa.
71. Mokonneen Zawdee.
72. Indashoo Kushinaa.
73. Qasim jamboo.
74. Abdullaayi Aliyyii.
75. Sanbatoo Badhanee.
76. Abdisaa Jibiriil.
77. Ahamadi Adam.
78. Alamuu Margaa.
79. Kasahuun Laggaasaa.
80. Tsaggayee Alamuu
81. Dastaa Bakkeessaa.
82. Galaataa Caalaa.
83. Hundee Mangistuu.
84. Amaanu’el Beekkataa.
85. Abdii Muddiin.
86. Acaaluu Tujubaa.
87. Lalisaa Gaddisaa.
88. Beellamaa Guutataa.
89. Kormaa Baatolee.
90. Gammadaa Badhasoo.
91. Abdullasis Taajii.
92. Dastaa mangashaa.
93. Fiqaaduu Tolaasaa.
94. Biyyoo Bokuu.
95. Mahaamad Ammee.
96. Naanaa Baayisaa.
97. Badhadhaa Warquu.
98. Haayilee Suyyuum.
99. Kafaaloow Nigaatuu.
100. Dingataa Dirribaa.
101. Girmaa Warqinaa.
102. Taarikuu Taaddasaa.
103. Joolaan Abdukqadir.
104. Tashoomaa Dirribsaa
105. Ahaamad adam.
106. Gulummaa Taarikuu.
107. Shaafii yaasiin.
108. Tamasgeen Dirribaa.
109. Abiyyoot Abbabaa.
110. Alii Ahamad.
111. Xaahaa Mahaamadii.
112. Abubaakar Nuuruu.
113. Darajjee Margaa.
114. jamaal Muummee.
115. Isma ‘el Baqqalaa.
116. Jibriil Mahaamadi.
118. Tolaasaa Dasaalenyii
119. Burqaa Umaar.
120. Toomaas Gadaa.
121. Mitikkuu Dabalaa
Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Caamsaa 20,2018