SBO: Caamsaa 20 2018. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuuleffatan

Aside

በኢትዮጵያ ወቅታዊ ጉዳይ በተመለከተ ከሕዝቦች ለነፃነትና ለፍትህ አባል ድርጅቶች ጋር የተደረገ ውይይት

Aside

ONN:Oduu Idilee Olmaa Oromiyaa Kan Torbaan kanaa.Caamsaa 20/2018

Aside

Iyyamuufii Qaba!!

Aside

Iyyamuufii Qaba!!

Ilmaan Oromoo kun ammayyuu Qilinxoo jiru. Iyyamuufii qaba. Kana qofaa miti hedduu kan maqaan hin waamamne lakkoofsaan kumaan lakkaawaman ni jiru.

Kan isaan mana hidhaa ilma namaaf hin malle kana keessatti warri hafan kuniinis maqaa ABOn  Waraanaa fi Dabballummaatti shakkamaniiti. Jaallan amma illee hidhaa diinaa keessa jiran kuniin gootota qaqaalii dha, dandeettii gama hundaan kanneen qaroo fi ijoo ta’ani.

Jarreen sabboontoti kun hedduun isaanii maatiin lubbuun jiraachuu isaanii fi eessa akka isaan jiran quba hin qaban.Haalli isaanii kan garaa nama nyaatuu fi gaddisiisanidha. Huccuu if irraa jijjiirratan hin qaban.  Continue reading