ONN: Kabajaa Guyyaa Goototaa Baqattoota Oromoo Yaman kan bara 2018 Irratti Walleelee Warraaqsaa Dhihaatanii Turan Keessaa Tokko. Caamsaa 16, 2018

Aside

ONN:Oduu Idilee Olmaa Oromiyaa. Caamsaa 16/2018

Aside

GALII KEENYA GA’UUF,,WAREEGAMA BAASUUN DIRQAMA !!!

Aside

SEENAA Y.G (2005)

Dirqamni bifa hedduu qaba. Wareegamnis akaakuu hedduu qabdi.Qabsoon keenya wareegama qaqqaalii baasaa, sadarkaa amma irra jirru irra ga’ee jira. Injifannoon nuuti argannees waan laayyoo miti. Dirqamni ba’aa jirrus hanga lubbuu ofii kennuutti ol guddateera. Amma bakka jirru kana dhaabbannee waan ilaallachuu qabnuutu dhufaa jira. Wareegamni keenya mootummaa raaseera. Murtiilee kabeebsaas haa ta’uu dharaa akka fudhataniif dirqisiifnee jirra. Adeemsi mootummaa amma itti jiru, of eeggannoo fi  dhaamsa gama hundaa nu akeeka. yoo nuuti karaa galii keenya itti milkoofnuu qofaa ilaallee yoo hin tarkaanfatiin, mootummaan farrooftuun tun, carraa gaarii argachuu dandeessi. Kanaaf wayyaaneen kana booda tarii, Qabsoo Oromoo dura dhaabbachuu dadhabuurraa adeemsa Dhaabbilee siyaasaa wal dura dhaabuu fayyadamuu dandeessi. Dhabbileen siyaasaa fi Ummati keenya addatti Qeerroon yeroo of eeggannoo haalaan barbaachisaa ta’an raawwachuun dirqama ta’eerra geenyerra. Continue reading

SBO: Caamsaa 16, 2018. Oduu fi Haala Yeroo Irratti Gaaffii fi Deebii Miseensa Shanee Gumii GS-ABO fi Dubbii Himaa Dhaabaa Jaal Toleeraa Adabaa Waliin Taasifame Kutaa 5ffaa.

Aside

Magaalaa Shaambuu Keessatti Qeerroon Tokko Ajjeesamuun Mormii Kaase

Aside

Magaalaa Shaambuu Keessatti Qeerroon Tokko Ajjeesamuun Mormii Kaase

Namoo Daandiitin, Caamsaa 15, 2018

https://www.voaafaanoromoo.com/embed/player/0/4395095.html?type=audio Continue reading