Mudde 11,2017 FXG University Gonder Keessa Ture, Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Mirgi Hiree Ofii Ofiin Murteeffachuu Uummata Oromoof Hanga Kabajamuutti Qabsoon Bifa Walirraa Hin Citneen Itti Fufa! Aside Godina Harargee Bahaa Aanaa Meetaa Magaalaa Calanqootti Yakki Duguuginsa Sanyii (Genocide) uummata Oromoo irratti Rawwatameen Lubbuun ilmaan Oromoo hedduun wareegameera. Muddee 11/2017 Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Magaalaa Calanqoo lafaa seenaa, Aradaawwaan Dusee fi Garmmaam jedhaman irratti Waraanni Liyyuu hayilii Somaaleefi Makalaakiyaan Wayyaanee Yakkaa Duguginsa Sanyii (Genocide) uummata Oromoo irraatti gaggeeffameen Lubbuun Ilmaan Oromoo hedduun akka wareegame ifa ta’eejira. Mootummaan Abbaa irree Wayyaaneefi Mootummaan Naannoo Somalee Yakka waraanaa uummata Oromoo irratti banaan itti fufinsaan gaggeessuun lubbuu ilmaan Oromoo barbadeessaa, qe’eefi qabeenyaa irraa buqqisaa duula sanyii balleessuu itti fufinsaan gaggeessa jiru. Mootummaan Naannoo Oromiyaa wayita yakki ulfaataan akkasii kun uummatarraatti gaggeeffamaa jiruu tarkaafii uummatarraa ittisuu fudhachuu hanqachuun isaafi Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Uummata Keenya Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Magaalaa Calanqoorratti Gochaan Ummata Oromoo Rawwatame Irratti Raawatame Ilaalechisee Dubbii Himaan OPDO Addisuu_Araggaa Dhugaa Uummata Oromoo Awwaalee jira. Aside Mudde 11/2017 Guyyaa Har’aa Yaakka Duguuginsa Sanyii (Genocide) Uummata Keenya Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Magaalaa Calanqoorratti Rawwatame Irratti Dubbii Himaan OPDO Addisuu_AraggaaDhugaa Uummata Oromoo Awwaalaa jira. 1ffaa. Uummata Meeshaa Maleeyyii Qe’ee isaarratti Waraanaa Makalakiyaa Wayyaaneetiin duulli duguuginsa sanyii irratti gaggeeffamaa jiruun “Miira_Keessa_galanii Hiriira Waan bahaniifi Walitti Bu’insa Uumameen …” kan mudatedha jedhee fuula Facebook isaa irratti maxxansee jira. Kun uummata qe’ee isaarratti waraannii irratti bobbaafamee karaa meeqaan dhumaa jiru irratti qoosuufi dhugaa uummataa awwaaluudhadha. Uummaatni Gaaffii mirgaa karaa nagaa gaafate. Ilmaan isaa wareegaman Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa Muddee 12/2017 Aside Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
POOLISIIN OROMIYAA HAR’A YAABALLOTTI HOSTEELII FI MANA BARUSMA SADARKAA LAMMEESSOTTI NAMA DHAANTE AARA ITTI GADI DHIIFTE NAMA HEDDUU MIITE Aside https://www.voaafaanoromoo.com/a/4159401.html Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Tan facaasan haammachuun seeruma Umamaati ! Aside SEENAA Y.G (2005) kutaa 2ffaa fi xumuraa Tan facaasan haammachuun seeruma Umamaati ! yennaa jennuu, Mammaakisa Oromoo waan ta’eef qofa, halagaatti qofa mammaakaa jirra jechuu miti. Walii keenyattis akka mammaakinuu beekuu qabnaa. Oromoon waan wareegama Ulfaataa itti baasaa jiru kanatti iggitii godhee itti hin milkaa’uu taanaan, Oromoon waanuma facaase haammata. Yoo adeemsa isaa kanarra jabeeffatee injifannootti ce’ees, Oromoon kanuma facaafate haama. Of eeggachuu dadhabee shira diinaan yoo gufatees, waanuma ittiin gufate sun irraan ga’ee haammata. Kanaaf Oromoon keessaa fi alaan haalli itti jiru, of eeggannoo guddaa akka isa barbaachisuu , mallattooleen tokko tokko mul’achaa jiru. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
FXG Guyyaa Har’aa Yuunibarsiitii Gondor Keessatti Gaggeeffamaa Jira. Aside [SQ, mudde 11, 2017]Mormii sirna mootummaa Wayyaanee Mooraa Yuunibarsiitii biyyattoo keessatti jabaatee adeemaa jira. Mormiin barattootaa kun babal’atee saatii adeemaa jiru kanatti biyyattii tasgabbii dhowwachuuf waraanni wayyaanee doorsisa barattootaaf yakka ajjeechaa raawwachuu ittu jabeesse. Haaluma kanaan guyyaa har’aa barattoota Oromoo fi barattoota Amaaraa wal ta’uun balaaleffannaa mootummaa irra jiru. Addatti yakka Yuunibarsiitii Addagiraat keessatti barattoota Oromoof Amaara irratti raawwataa jiru kan hadheeffatan ta’uus gabaafame. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Barsiisaa Taaddasee Hordofaa Nuunnuu Qunbaa Keessaa Yakka Jibbiinsa Dhala Oromoo Irraa Qabduun Wayyaaneen Mana Hidhaatti Kan Gidirsaa Jirtuuf Qeerroo Barattootaa Oromoo Deggarsa Taasisan Aside [SQ, Mudde,3,2017] Lixa Oromiyaa Baha Wallaggaa Magaalaa Nuunnuu Qunbaa keessatti barsiisaa Taaddasee Hordofaa jedhan miseensa paartii Mormituu KFO kan ta’an Wayyaaneen ukkaamsitee turuun ishee nii yaadatama. Yakka jibbiinsa Oromummaa isaanii qofaaf wayyaanee irratti raawwatte kan balaaleffatan uummanni Nuunnuu Qunbaa Qeerroo waliin ta’uun deggarsa barbaachisaa taasisaafii jiraachuu gaabsni Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo gahe ifa taasisa. Haaluma kanaan barsiisaan kun uukkamfamanii kan jiran yoo ta’u ardaaf qe’ee jaallatamaa barsiisaa kanaa wal ijaaruun barattoonni magaalattiif naannoo ishee deggarsa barbaachisaa maatii isaaniitiif taasisaa jiru. Kellaa mana jireenyaa isaanii bifa hawwataan ijaaruun uummanniagaalattiis deggarsa taasise. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Ummanni Keenya Humna Keenya! Aside Qeerroo Bilisummaa Oromoo Mudde 11,2017 Finfinnee Oromiyaa Barattoota keenya dararuun, barataa keenya ajjeesuun akkuma itti fufetti jira. Uummatni Oromoo humna Waraanaa Wayyaaneen weeraramee jira. Weerara kanaan ardaan Oromoo barbadaa’uutti jira. Uummata Oromoo lafasaa irratti waraana itti banuun lafarraa buqqaasuu irratti kan argamu humni garboonfataa TPLF ilmaan Oromoo mooraawwan Yuunibarsiitii keessaa dhabama gochuuf kallattiin waraana irratti banee jiraachuun ifaadha. Har’a barataa Oromoo mooraawwan Yuunibarsiitii Oromiyaa keessaa irratti waraana Agaazii ramaduun barattoota shororkaa, reebaa, Hidhaa kan jiru Wayyaaneen, Barataa Oromoo fi saboota Cunqurfamoo impaayera biyyatti Naannoo Oromiyaan alaa irratti ilmaan isaa duulchisuun ajjeesisaa jira. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Full Video: Konsertii Artistoota Oromoo / Live Performance **New Oromo Music 2017 Aside “Dhagaa Jala Boofti Jiraachuu Hin Dagatiina” Artist Galaanaa Gaaromsaa Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...