ONN:Dhaamsa Qeerroo Bilisummaa Oromo Miseensota Waraana Raayyaa Ethiopia Maraaf Muddee 6/2017

Aside

Guyyaa Har’aa Gootonni Baratooti University Wallaggaa Gaaffii Mirgaa Deebii Hamma Argatu Qabsoo Itti Fufna Jedhuun Mooraa Gadhiisanii Deemaa Jiru.

Aside

Image may contain: one or more people, people standing and outdoor Continue reading

°Qaroo Qeerroo° Tokkummaan keenya kan garbummaa qancarsu utuu hintaane, kan hidda garboonfataa cicciru ta’uu qaba

Aside

Qalbeessaa Dhangi’aa tiin
Oromiyaa keessatti baalaaf raaba, qabsaa’aaf diinatu “Tokkummaa,Tokkummaa” jechaa oola. Keessattuu kanneen halagaa jala gugatanii waggoota dheeraaf uummata gurguratanii nyaachaa turan jecha kanaan utuu haloolamaa oolanii argina. Waltajjii marii kam irratti utuu hinkaafamin haftee hinbeektu jechi Tokkummaa.

Tokkummaan uummata keenya akka waan bara aangoosaaniitti dhufeetti yeroo iyyaa oolanis nii agarra. Jaallatanis jibbanis Oromoon achii as dhuftee tokkummaa jabaa qaba. Gaafa qabsaa’oonni yaada ijaarsaa kaasan “Tokkummaa uummataatu boora’a, kana hinjedhinaa nii diigamaa uummanni, alaabaa hinqabatinaa Tokkummaa keenyatu diigamaa” utuu jedhaniis argaa jirra. Continue reading

Mudde 4,2017, Qeerroon University Mattuu “Gaaffiin Ummata Oromoo Deebi’uu” Qaba Jechuun Barnoota Addaan Kutan.

Aside

Image may contain: one or more people, people walking, people standing, crowd and outdoor

Mooraan Universty Bulee Horaa ammoo humna waraana TPLFn guutamee jira. OPDOn ummata Oromoo irraa waraana TPLF ittisuu hin dandeenye.

Continue reading

“Chawo Chawo Wayyaanee” Mudde 4,2017 Diddaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo Itti Fufuun Hangar Guttiin Akkasitti Oole.

Aside

 Godina Wallagga Bahaa Aanaa Ebentuu Keessatti Dirmannaa Uummata Keenya Waraanni Wayyaanee Dararaa Jiruufi FXG Guyyaa Har’aa Jabaatee Itti Fufe jira.

Aside

SQ,Mudde,4,2017

Image may contain: one or more people, people standing, cloud, sky, outdoor and nature

Dilbata darbe Lixa Oromiyaa Angar Guuteetti Irreecha Malkaa Tulluu Injirroo irratti jaalala ABO fi WBO sirbaan Yoo ibsatan

Aside

Guyyaa Har’aa Sochiin FXG Jabaachuun Waraanni Wayyaanee Magaalaa Gincii Weeraree Jira.

Aside

Image may contain: one or more people, sky and outdoor

Kabaja ayyaana irreechaa Haroo Dandii guyyaa kaleessaa bifa ho’aan kabajame. Faajjiin alabaa ABO/Oromoo  ol ka’ee ooleera

Aside

Guyyaa Har’aa Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii Keessatti FXG Qeerroon Gaggeeffamu Itti Fufee Jira.

Aside

[SQ,mudde, 4,2017] Barattoota mana barumsaa Qophaa’iina, sadarakaa Mandii fi qeerroon magaalaa Mandii Dangaa Oromiyaa haa kabajamuu, gaaffiin bartootaa Yuunvarsiitii gaaffii keenya, hidhamtoota Oromoo baddii tokko malee mana hidhatii dararama jira haa gadhifamni, haaromsa jettani Odeessuu dhiisatti dursa hidhamtoota qabsoo haqaf Wayyaaneen hite jirtuuf dubbadha haromsii mana hidha irraa jalqabuu qaba jechuun Sagaalee isanni dhageessisa oolaniiru.