Guyyaa Har’aa Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii Keessatti FXG Qeerroon Gaggeeffamu Itti Fufee Jira.

[SQ,mudde, 4,2017] Barattoota mana barumsaa Qophaa’iina, sadarakaa Mandii fi qeerroon magaalaa Mandii Dangaa Oromiyaa haa kabajamuu, gaaffiin bartootaa Yuunvarsiitii gaaffii keenya, hidhamtoota Oromoo baddii tokko malee mana hidhatii dararama jira haa gadhifamni, haaromsa jettani Odeessuu dhiisatti dursa hidhamtoota qabsoo haqaf Wayyaaneen hite jirtuuf dubbadha haromsii mana hidha irraa jalqabuu qaba jechuun Sagaalee isanni dhageessisa oolaniiru.

One response

  1. Pingback: Guyyaa Har’aa Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii Keessatti FXG Qeerroon Gaggeeffamu Itti Fufee Jira. – OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

w

Connecting to %s

%d bloggers like this: