Godina Arsii.
Adooleessa 18,2017/Godina Arsii Aanota hedduu keessatti guyyoota lamaan har’aaf kaleessa lagannaan gabaa kan taasifame yoo ta’uu Suuqonni daldalaa magaalota akka Seeruu,Balee, Geersaa, Shaashamannee,Adaabbaa, Dodola,Roobe,Saddiiqa, Waabee, Eddoo, Kofalee, Nageellee, Ajjee keessatti Gibira Wayyaanen Ummatarratti feete mormuun gabaa lagatanii jiru. Tajaajilli Geejjibaas dhaabbateera Konkolaachiftoonni fi Abbootin qabeenyaa sabaan Oromoo hin ta’in muraasni isaanii dalagaa isaanii didanii kan itti fufan yoo ta’uu. Diddaa kanatti akka makaman karaa adda addaatin Qeerron ergeefii kan jiru yoo ta’uu gaaffii isaanif dhiyeessine kana fudhachuun gara ummataa hin goran yoo ta’e Qeerron tarkaanfii Qabeenya isaanii irratti akka fudhatus hubachiisee jira. jedhu Gabaasaalen Qeerroo magaalota adda addaa irraa nu gahaa juru.
kana malee Continue reading →
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk