Adoolessa 19,2017/GODINA Arsii Aanota hedduu keessatti Barruulen waamicha FXG Gibiraan wal qabatu bal’innaan facaafamaa jiru.Magaalota Akka Roobee Diida’aa, Siree, Soloist, Seerofta, Boqqojjii, Lemmuuf Bilbiloo, Xannaa(Xiicho) Wandoo Gannat, Eddoo, Dheeraa, Itayya, Asallaa, Sagureef Magaalota hedduu keessatti maxxanfamaa Fi facaafamaa kan jiru yoo ta’uu guyyoottan Itti aananis bifa gara garaatin Ummataaf waamichaa kan godhu ta’uu Qeerron Aanota Garagaraa irraa qophii xummurachuu gabaasee jira