Godina Harargee Awadaay Keessatti FXG Jabinaan Itti Fufee Jira. Aside 10102392794198043 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu Keessatti Diddaan Sirna Wayyaanee Gaggeeffamu Itti Fufee Jira. Aside 10102392869442253 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Barattooti Oromoo Yuniversitii Wallaggaa Irraa Eebbifaman Waraqaa Eebbaa (Teempoo) Dhorkataman. Aside Adoolessa 2,2016 Yuunibarsiitii Wallaggaatti barattooti waraqaa eebbaa dhorkatamani! Odeessi Qeerroo yuunibarsiitii wallaggaa akka addeessetti yuunibarsiitichi barattoota erga eebbifamanii waraqaa dhowwatee jira.Barattooti kun afaan qawwee jalaa hafanii kan eebbifaman yeroo ta’u, guyyaa eebba isaanii maatiin isaanii fi hawaasi eebba barattootaa kanarratti argame reebamuun kan yaadatamudha! Yeroo ammaa kana barattooti kun waan nyaataniifi bakka bulanis dhabuun rakkachaa akka jiran beekameera! Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO Adoolessa 03,2016. Oduu, Ijoo Dubbii ABO, Gabaasa FXG, Dargaggoo Godina Gujii Waliin Gaaffii fi Deebii Akkasumas Qophii Haala Yeroo Irratti Fuulleffate Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2016/07/03072016sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Adoolessa 1, 2016 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Godina Wallaggaa Qellem, Anfilloo Magaalaa Muggii Keessatti Alaabaan ABO (Oromoo) Fannifame, Basaastoni Wayyaanee Sodaan Guutaman. Aside Adoolessa 1,2016 Qellem Wallaggaa,Anfillootti Alaabaan fannifame. Odeessa Qeerroo magaala Anfilloo Muggii irraa addeessuun kaleessa Waxabajii 30/2016 Muggi Bulchiinsa magaalichaa fi bakka addaa Gabaa Dafinoo jedhamee waamamutti alaabaan fannifamee oolee buleen har’a poolisiin Wayyaanee Aannicharra jiru buusuun gabaafame. Alaabaan ABO yeroodhaa yerootti irra deddebiin magaala Anfilloo, Muggiitti fannifamuu fi guyyaa gabaa sanbata darbe gaba kamisaa bakka jedhamee waamamutti dhaadannoon dhageesifamuu fi waajjirri OPDO diigamu fi barreefamni sirna mootummaa Wayyaanee balleessaa jedhus barreeffameen poolisoonni wayyaanee guyaya kaasun olii fi gadi fiiguun kan beekames uummanni yeroo kana walgayii wayyaanee diiguu fi walumaa galatti sirna mootichaa magaalicha keessaa balleessuuf qabsoo Qeerroon taasisaa jiruu fi guyyuudhaan alaabaan fannifamuunis ergamtoota Wayyaanee kaabinoota tahanii jiraatan yaaddessuu odeessi Qeerroo adeessa. Haaluma kanaan amanamaa fi ilmaan oromoo aanicharraa kan hiisisaa jiru waajira nageenyaa aanicha Israael Fayisaa kan jedhamu WBOn aanicha keessa seenera jechuun humna waraanaa mootummaan akka aanicharra qubachiisu iyyannoo taasisaa jira. Barruuwwan hedduunis faca’a jiru. Alaabanis manneen barnootaa fi waajjiralee garagaraatti fannifamuun FXG aanichatti itti fufaa jiraatuun Qeerroon gabaasee jira. Uummanni ifatti mootummaa wayyaanee hin feenu jedhees walgayii tahurrattis dubbatuu itti fufe. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
FXG Qeerroo Baha Oromiyaa Awaaday, Adoolessa 1,2016 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
FXG Haramaayaa Adoolessa 1,2016 Aside Adoolessa 01,2016) Yeroo ammaa kanatti FXGn Haramaayaa keessatti belbelaa jira. Alaaabaan ABO/Alaabaan Oromoo magaalaa keessatti ol baatee belbeltee mul’atteetti. Basaasotni wayyaanee heddumminaan magaalaatti bobbaafamanis tarkaanfileen adda addaa irratti fudhatamaa jiran. Hojjetaan mootummaa hundi kan diina faana hiriire gara waraana wayyaaneetti baqachaa jiraachuunis gabaafamaa jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Godina Arsii Aanaa Dodolaa Keessatti Uummanni Qondaalota Wayyaanee Dura Dhaabbachuun Salphisan. Aside Godina Arsii dodolatti qondaalota mootummaa kan akka Bakar Shaalee salphisee galche ummanni aanaa Dodolaa kan gandoota Shanirraa walitti yaa,e gaafilee jaarsonni gaafatan keessaa 1,mootummaan keessan ummata oromoo irratti sababa maalitiif miidhaa addaa addaa geessaa jiraa? 2,lafa keenna irratti maaf jibbamna maaf tumamna maaf duunaa? 3, barattoonni oromoo adamsamanii maaf ajjeefamii 4?isin hanga yoom nu bulchuuf karoora baafattan? fi kanneen kana fakkaataniin cinqaa oolee jira Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...