“Tuuta Kanniisaa” Wallee Warraaqsaa Haaraa Artist Oliyad Baqalaa,Adoolessa 2, 2016

Aside

https://youtu.be/sGiHZs579ZM

“ABO-ABO- Bilisummaa-Bilisummaa” Jedhu Gootonni Haramaayaa FXG Adoolessa 2,2016

Aside

Godina Harargee Awadaay Keessatti FXG Jabinaan Itti Fufee Jira.

Aside

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu Keessatti Diddaan Sirna Wayyaanee Gaggeeffamu Itti Fufee Jira.

Aside

Barattooti Oromoo Yuniversitii Wallaggaa Irraa Eebbifaman Waraqaa Eebbaa (Teempoo) Dhorkataman.

Aside

received_1766061040305670Adoolessa 2,2016  Yuunibarsiitii Wallaggaatti barattooti waraqaa eebbaa dhorkatamani!

Odeessi Qeerroo yuunibarsiitii wallaggaa akka addeessetti yuunibarsiitichi barattoota erga eebbifamanii waraqaa dhowwatee jira.Barattooti kun afaan qawwee jalaa hafanii kan eebbifaman yeroo ta’u, guyyaa eebba isaanii maatiin isaanii fi hawaasi eebba barattootaa kanarratti argame reebamuun kan yaadatamudha!

Yeroo ammaa kana barattooti kun waan nyaataniifi bakka bulanis dhabuun rakkachaa akka jiran beekameera!