Godina Arsii Aanaa Dodolaa Keessatti Uummanni Qondaalota Wayyaanee Dura Dhaabbachuun Salphisan. Aside Godina Arsii Β dodolatti qondaalota mootummaa kan akka Bakar Shaalee salphisee galche ummanni aanaa Dodolaa kan gandoota Shanirraa walitti yaa,e gaafilee jaarsonni gaafatan keessaa 1,mootummaan keessan ummata oromoo irratti sababa maalitiif miidhaa addaa addaa geessaa jiraa? 2,lafa keenna irratti maaf jibbamna maaf tumamna maaf duunaa? 3, barattoonni oromoo adamsamanii maaf ajjeefamii 4?isin hanga yoom nu bulchuuf karoora baafattan? fi kanneen kana fakkaataniin cinqaa oolee jira Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...