Sagalee QEERROO Bilisummaa (SQ) Qophii Walii Galaa Fulbaana 12 2015 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Yeroon Kun Yeroo Ilmaan Oromoo Dhugaa Itti Calalamanidha! Aside (Hariiroo Jorgootiin, Qeerroo Bilisummaa Oromoo-Oromiyaa!!) Magaalan Finfinnee handhuura Oromiyaati! Kun wal-nama hingaafachiisu! Haata’u malee garuu har’a bulchiinsa Oromiyaaa miti! Jalqabuma kun Oromoof qaaniidha! Yeroo hindumaa diinni yoo barruu of qabsiisan ciqilee nama qabatti! Yeroo isheen ciqilee nama qabattu calllisnaan ammoo morma nama qabatti! Kun kan beekamedha! Har’aantana wanti ilmaan Oromoo mudachaa jirus kanuma malee kan biraa miti! Ganamuma gaafa isaan Finfinnee nuu nudhaalan hanga dhumaatti mormiin dhaabbannee dhorkachuu dhabuu keenyaan kunoo har’ammoo Oromiyaa nudhaaluutti seenaa jiru! Babal’ina Minilik Oromiyaa irratti jalqabe har’as ilmaan habashootaa cimsanii itti fufuun jaarraa kana keessattis lafa Oromiyaa dhaaluuf yaalii gochaa jiru! Yeroon Kun Yeroo Ilmaan Oromoo Dhugaa Itti Calalamanidha Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...