Sagalee QEERROO Bilisummaa{SQ} Fulbaana 9,2015 Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2015/09/sq-afaan-oromoo-fulbaana09-bara-2015.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Manni Barumsaa Moxee Godina Wallagga bahaa Waamaa Hagaloo Barattoota Saddeet Barnootaaf hin Galmeessu jechuun mana Barumsaarraa Dhorke Aside Fulbaana 9,2015 Ijoon dhorkamuu Barattoota kanaa FDG magaalaa qassoo fi uggaa hordaatti qideessitan,walaloo kabiinoota arrabsu dalagdan kan jedhu yeroo ta’u manni barumsichaas akeekkachiisa kana qaama OPDO tiin akka ajajame ifa godheera jedha gabaasaan qeerroo Moxee Barattooti Oromoo kaan baratanii qonnumatti kan deebi’an yommuu ta’u kanneen sabboonymmaa uummataa gegfeessan immoo barumsaarraa ari”amaa jiraachuun beekamaadha Jiraattoti aanaa waamaa hagaloo akka jedhanitti impaayera biyyatti keessatti mirgi dhala namaa waakkannaa tokko malee aanaa waamaa hagaloo tti akka dhiitamus dubbataniiru. Filmaata sobaa wayyaanee booda kanneen hidhaman birmatnaa siyaasa tokkollee hin arganne jedhu Fulbaana darbee hanga fulbaana ammaatti jechuun Waggaa tokkoof ibsaan aanicharraa bade miidiyaalee idil addunyaa kamiinuu deeggarsa siyaasaa hin arganne Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO Fulbaana 09,2015.Oduu,Mormii Maastar Pilaanii Finfinneef Dhaamsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo,Yaada Hirmaattoota Tumsa WBO Konyaa ABO Winipeg Kaanaadaa Fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa Gaaffii Fi Deebii Dura Ta’oota Dhaabota GPLM fi BPLM… Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2015/09/09092015sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...