Sagalee Qeerroo Bilisummaa,Qophii Waxabajjii 6,2015/ Itti Baha Fillannoo Wayyaanee Ilaalchisee Gabaasa Guutuu Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Ibsa Itti Baha Filatnoo Wayyaanee Dura Barattooti Yuunivarsiitilee fi Kolleejjiiwwan Gara Maatii Isaaniitti Akka Galan Taasifamaa Jira, Kunis FDG Tokko Illee Akka Hin Kaaneef Yaadameeti. Aside Gabaasa Qeerroo Waxabajjii 07,2015 Naqamte Yuunivarsiitilee fi Kolleejjiiwwan barnootaa biyyatti ibsa itti baha filannoo dura gara naannoo irraa dhufaniitti akka galan taasifamaa jira kunis FDGn tokkollee akka hinkaaneef yaadameeti jedha Qeerroon Kana malees moitummaan Wayyaanee hojjettoota misooma qonnaa baha Wallaggaa magaalaa Naqamteetti walitti qabuun maaliif nafilachuu diddan jechuun dararaa ture har’a waltajji isaa banuunis sababaan kaayyoon walgahii kanaa akka ogeeyyiin qonnaa kun jedhanitti maqaa misoomaan haata’u malee yaaddoo ibsa mo’ichaa filmaataa bahuun booda rakkoo fi diddaa uumataa qunnamuuf jedhu dursanii sossobachuuf ta’uun beekameera. Xumura waltajjichaa irrattis bifa bashannaan bakkeewwan daawwannaaf gara abbayyaa fi naannoo adda addaa isin deemsifna jedhchuun hojjettoota goyyomsuu yaalu illee hojjettoonni diddaan dura dhaabbatanii akka jiran gabaasi Qeerroo addeessa. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Oromo Voice Radio (OVR) -06 June 2015 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...