ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa keessatti marii nageenyaatu ABO fi OPDO Jidduutti gaggeffamaa jira ja’maa jiru laalchisee ibsa ABO. Caamsaa 30/2018

Aside

SBO: Caamsaa 30 bara 2018. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuuleffatan Adda Addaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Horroo Guduruu Wallaggaa, Guyyaa Har’aa Irreechi Tulluu Godina Horroo Gudruuu Dhagaa Gabar Irratti Kabajame. Darggoonni Oromoo walleelee warraaqsaa fi alaabaa ABOn faayamanii jaarii Tullu Dhakaa Gabar bifa adda ta’een kabajatanii oolanii jiru.

Aside

Continue reading

AMBOO-Caamsaa 19/2018 Sirna awwaalcha qeerroo Abdii Baddeessaa booda Amboon gara diddaa seentee jirti.

Aside

Image may contain: one or more people, sky and outdoor Continue reading

SBO Caamsa 27, 2018. Oduu, Ayyaana Caamsaa 20 kan Mootummaa Wayyaanee Ilaalchisuun Ibsa ABO fi Haala Yeroo irratti Ijoo Dubbii ABO.

Aside

ONN:Gaaffii fi Deebii Miseenssa Shanee G-S-ABO duraanii fi Ogeessa Afaan Oromo Ob.Tamaam Yousuf waliin goonee kutaa jalqabaa.Caamsaa 26/2018

Aside

ONN:Amharic News. May 5/2018 Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Caamsaa 25,2018

Aside

Gaaffii fi Deebii Dura Taa’aa Partii KFO Dr.#Mararaa Guddinaa EthioTube waliin godhan.

Aside

Biyya Ethiopia keessatti  EPRDF fi dhaabonni Siyaasaa gariin haqa dhaaba Siyaasaa tokkoo dhoksuun qooda ifii guddisanii dubbachuun “Dhugaa”  ABO fi deggersa Ummataa inni qabu golguun wareegama  deggertooti ABO baasan yeroo ukkaamsuu yaala muldhata ykn gochaa siyaasaa akkanaan beekamu.

Dr,Mararaa Guddinaan garuu hayyummaa fi nama beekaa ta’uun isaanii haasaa kana irraa waan guddaa barama.

  1. Aangoo ofiif osoo hin taa’e Ummata Oromoo aangessuuf qabsoo gochuu.
  2. Haala Siyaasa biyyattii fi jijjiirraa siyaasaa Ethiopia keessatti taasifne jedhamuu
  3. ABOn dhaaba deggersa ummataa eenyu caalaa iyyuu qabu ta’uu.

fi kkf irratti haasaa hayyuu tokkoo irraa eegamu taasisanii jiru.

 

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Caamsaa 24,2018

Aside

Continue reading

SBO: Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Ibsa Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(PAFD) irraa Kenname.

Aside