Hidhamuun Ummata Oromoo Itti Fufee Godina Wallaggaa Aanaa Guutoo Giddaa Keessaa Namniinni Nagaa 22 ol Hidhamuu Qeerroon Gabaase. Aside [SQ, Bitootessa 31,2018] Aanaa Guutoo Giddaa magaalaa Ukkee Qarsaarraa daataa namoota hidhamanii kan ammaatti Qeerroo Bilisummaa Oromoo galmeeffatee jiru. 1. Tasfaayee Dabalee (Bulchaa Magaalaa Ukkee, Raadiyoo Ameerikaaf yaada laatte jedhamuun hidhame) 2. Taakkalee Qallab 3. Addunyaa Raggaasaa 4. Addunyaa Moosisaa 5. Abdii Darajjee Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
QABSOO FINIINSUUN…WAREEGAMTOOTATTI KABAJAA HORUUDHAA !!! Aside Guyyaa Goototaa SEENAA Y.G (2005) kutaa 1ffaa Imalli Qabsoon Oromoo itti jiru waan Qoosaa miti. Lubbuu lammiilee keenya qaqqaalii itti wareegaa jirra. Kaayyoon nuuti deemnuuf, hegaree Ummata keenyaaf furmaata maayyii mirkaneessuufii. Luubbun Lammiilee keenyaa daldala shukkaaraa ykn Ashaboo miti. Uffata ganama uffatanii galgala baasaniis miti. Haqa Umama keenyaa deeffachuu barbaanna. Kanaaf wareegama lubbuu itti baasaa jirra. wareegama qabeenyaa fi jiruu fi jireenyaa itti gabbaraa jirra. Qabsoon keenya eessa ga’ee xumura akka godhatu eenyunillee hin gaafannu. Kan Qabsootti cichee qabee jiruu miti, dhalooti har’aayyuu hubatee lubbuu isaa dabarsee kennaa jirra. Qabsoon keenya maal akka fakkaatuu fi maal gochuu akka qabnuu,,warra xiinxala siyaasaa qilleensarraa oofaniin ka qajeeluus miti. Akkatti eegalame qaba. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qabsoo fi Qabsaa’ota. Aside Qalbeessaa Dhangi’aatiin Qabsoon waan ulfaattuu walxaxaa tokko kutanii darbuudha. Adeemsa waan tokko injifachuuf ifaajjii guddaa taasisnu Qabsoo jedhama. Qabsoon wanta addunyaa kanarratti wareegama nama baasisuudha. Addunyaa kanarra jiraachuuf namni kamuu Qabsoo gochuu qaba. Adeemsi nuti guyyaa guyyaan jireenya injifachuuf, rakkina mohachuuf, gadda iira aanuuf, siqiiqii dabarsuuf, garbummaa jalaa bahuuf taasisnu qabsoo jedhama. Isaan olii keessa waan irratti dubbachuuf hedu qabsoo garboonfataa qarisiisuuf sabni tokko wal ijaaree taasisudha. Garboonfataa konkolaachiftee biyya abbaakee kabachiisuuf qabsoo gaggeessuu si gaafata. Qabsoo gaggeessuun dura guutummaa jireenyakee mara aarsaa gootee sabaaf laachuu si barnaachisa. Gaafa jireenya mataakee gattee uummatakeef dalaguu jalqabderraa kaatee ati qabsaa’aa jedhamta. Jireenya mataakee gattee uummataaf of laachuun qabsoo gaafata. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...