[SQ, Bitootessa 31,2018] Aanaa Guutoo Giddaa magaalaa Ukkee Qarsaarraa daataa namoota hidhamanii kan ammaatti Qeerroo Bilisummaa Oromoo galmeeffatee jiru.
1. Tasfaayee Dabalee (Bulchaa Magaalaa Ukkee, Raadiyoo Ameerikaaf yaada laatte jedhamuun hidhame)
2. Taakkalee Qallab
3. Addunyaa Raggaasaa
4. Addunyaa Moosisaa
5. Abdii Darajjee
6. She Amad 7. Tamasgeen Abarraa 8. Aftaamuu Taakkalaa 9. Isaayaas Kumarraa 10. Mootii Aftaamuu 11. Gammachuu Dinqaa 12. Obsaa Nagaasaa 13. Mootii Geetuu 14. Masfin Dachaasaa 15. Naasir Alamuu 16. Abbuu Shaashoo 17. Taakkalee Jireenyaa 18. Taliilee (dhimma Nageenyaa Ganda Odaa, daataa dargaggootaa laachuu diduusaaf yakkanii hidhan) 19. Pahuloos Tafarii 20. Inkoosaa (maqaa abbaasaa hinarganne) 20. Kennaa Tasfaa 21. Misoomaa Fiqaaduu 22. Abarraa (maqaa abbaa kan nun gahin) ta’uu sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo f gabaasan. Dabalataan magaaluma Ukkee Qarsaa keessatti akka gara jabinaa shamaree Faantayinash Caalaa irratti raawwatamee jiraachuu gabaasa Keenya yeroo darbee keessatti kan yaadatamudha.