Monthly Archives: February 2018
Finfinnee Oromiyaa
Biyya Oromiyaa dhuunfachuuf halagaan erga humna adii alaa irraa gargaarsa meeshaa argachuu qabe ka’ee uummata Oromoo akka arge ajjeesee, saamee, Hidhee hidhaan sakaalaa yoona gahe. Ilmaan Oromoo martuu uummanni Miliyoonni 60 tti siqu yeroo hidhaa keessa jirrutti, kanneen mana hiraarsaa Qaallittii dabalatee kaawaan keessa jiran warra kallattiin hidhame. Akkasuma nuti kanneen maqaaf uffannee, dhiqannee yaana jennus hidhaa keessa waggoota hedduu lakkoofsiisaa jirra. Har’a mirga waan feete hojjechuu, waan keen fayyadamuu dhabdee hidhamteetta. Kana keessa waggoota dhalli namaa obsuu hindandeenye keessa obsinee tarre.
SQ-SAGALEE QEERROO GURAANDHALA 13 2018
Aside
Moyyaalee Guyyaa 2ffaa
Aside


Gujii, Bulee Horaa Guyyaa 2ffaa
Aside
Fincila Xumura Gabrumaa(FXG) Magaalaa Bishooftuu Guyyaa 2ffaa
Aside
Gootonni Qeerroo Magaalaa Baakkoo Lixa Shaggar Guyyaa 2ffaa Akkasitti Jiru!
Aside
Finfinnee Naannoo Laga Xaafoo Guyyaa 2ffaa
Aside

Hiriirri Guddaan Mooraa Yuunibarsiitii Keessatti Dhoofamee Jira
Aside
[SQ, Gurraandhala 13,2018] Sirna mootummaa Wayyaanee ykn TPLF mormiuf burjaajjii OPDO jala dhaabbachuun mooraa Yuunibarsiitii Jimmaa keessatti FXG jabaatee guyyaa lammaffaaf itti fufee jira.
Haaluma kanan dhaadannoowwan gurguddaa bilbilaan sagalee Qeerroo Bilisummaa. Dhaqqabee jira. Akka gabaasan achirra nuuf katabanittimmoo ” Magaalaan Jimmaa yeroo ammaa kana haala yaadessaa irra jirti. Mooraa yuunibarsiitii keesaa fi mooraan alatti dhukaasa jabaatu dhagahamaa jira. Hojiif geejjibni, barumsi guutummaan guututti dhaabateera. Qeerroon Bilisummaas tarkanfii boonsaa akkasii fudhatee jira. Continue reading
