Gurraandhala 24,2018 . Waraanni Wayyaanee TPLF Godina Wallaggaa Magaalaa Dambi Dolloo Keesatti Oromoota Nagaa Rasaasaan Reebaa Jiraachuu Beekame. haala kanaan Namoota 8 rukutaman keessaa:-
1.Saamuel Mitikkuu
2.Asfaw Jeetoo
3.Yusuf Adem
4.Hiikaa Suphaa
5.Lalisaa…
6.Tsaadik Suruur
7.kennaa…..
8.Toomaas Asfaw. yommuu ta’an namni tokko mataa irra kan dhahame yommuu ta’an warreen kaan haala gaarii irratti argamu.