Guyyaa Har’aa Muddee 18/2017 Godina Wallaggaa Bahaa Magaalaa Naqemteefi Godina Qeellam Wallagga aanaa Hawwaa Magaalaa Gabaa Roobiitti FXG Gaggeefame.

Aside

Image may contain: one or more people, crowd and outdoorGuyyaa Har’aa Muddee 18/2017 Godina Wallaggaa Bahaa Magaalaa Naqemteefi Godina Qeellam Wallagga aanaa Hawwaa Magaalaa Gabaa Roobiitti Qeerroon Dargaggootni Oromoo, Barattootni Oromoofi Uummatni Oromoo Sochii warraaqsaImage may contain: 1 person, standing and outdoor FXG jabeessuun yakka duguuggaa sanyii mootummaan wayyaanee gaggeessaa jiru balaaleffachuun ilmaan Oromoo waraana agaazii wayyaaneefi waraana liyuu hayilii somaaleen wareegamaniif gaddaa guddaa itti dhagaame ibsatan. Qabsoon hanga bilisummaatti kan itti fufuu ta’uufi sodaa waraanaaf kan addaan hin citneefi daranuu kan qabsootti jabaatanii gabrummaatti xummura gochuuf onnatan ta’uu ifatti Qeerroon hubachiisera. Continue reading

Mudde 18: Qeerroon Mattuu ajjeechaa mootummaan Wayyaanee ummata keenya Baha Oromiyaarratti raawwate balaaleffayaa oolan.

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, crowd and outdoor
Continue reading

QOphii HUBANNAA “Oromuummaa fi Qabsoo Bilisummaa” Marii Pr.Asaffaa Jaalataa fi Dr. Jamaal M. Gamtaa Waliin Goone .Nu Hordofaa. Oromia News Network

Aside

ONN:Oduu Torbaanii kan Afaan Amaaraa Muddee 17/2017

Aside

ONN: Qophii Doyaa Marii TVOMTn dhihaate kessatti Wayyaanee Cabsuuf dursa Jaarmayni OPDO diiggamuu qaba. Muddee 17/2017 Continue reading

SBO Muddee 17, 2017. Oduu, Mataduree Gaaffiin Oromoo Gaaffii Dhokataa Miti jedhuun qophii qindeeffanne fi Gaaffii fi Deebii Miseensota WBO waliin taasifame kutaa jalqabaa.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa JIMAATA MUDDEE 15 1217

Aside

Continue reading

[SQ, mudde 15,2017] Barattoota high School Naqamtee guyyaa har’aa

Aside

Continue reading

Godina Wallaggaa Magaalaa Naqamtee Mormii Dhumaatii Calanqoo fi Diddaa Sirna Wayyaanee Gaggeefamaa Jiru.

Aside

Dhumaatii Calanqoo Marsaa 2ffaa Mormuun Ummanni Wallagga Magaalaa Naqamtee Guutummatti FXG Gaggeessaa Jiru.

Aside

Image may contain: one or more people, people sitting, sky and outdoorImage may contain: one or more people, sky and outdoor

Continue reading

[SQ, muddee 15,2015] guyyaa kaleessaa Adamaa Stitution Techonology University! Ilmaan Oromoo Calanqootti Waraana Wayyaaneetiin jumlasn ajjeefamaniif gadda isaanii yommuu ibsatan…!

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, crowd and outdoor

Continue reading