Guyyaa Har’aa Muddee 18/2017 Godina Wallaggaa Bahaa Magaalaa Naqemteefi Godina Qeellam Wallagga aanaa Hawwaa Magaalaa Gabaa Roobiitti FXG Gaggeefame.

Image may contain: one or more people, crowd and outdoorGuyyaa Har’aa Muddee 18/2017 Godina Wallaggaa Bahaa Magaalaa Naqemteefi Godina Qeellam Wallagga aanaa Hawwaa Magaalaa Gabaa Roobiitti Qeerroon Dargaggootni Oromoo, Barattootni Oromoofi Uummatni Oromoo Sochii warraaqsaImage may contain: 1 person, standing and outdoor FXG jabeessuun yakka duguuggaa sanyii mootummaan wayyaanee gaggeessaa jiru balaaleffachuun ilmaan Oromoo waraana agaazii wayyaaneefi waraana liyuu hayilii somaaleen wareegamaniif gaddaa guddaa itti dhagaame ibsatan. Qabsoon hanga bilisummaatti kan itti fufuu ta’uufi sodaa waraanaaf kan addaan hin citneefi daranuu kan qabsootti jabaatanii gabrummaatti xummura gochuuf onnatan ta’uu ifatti Qeerroon hubachiisera.

Image may contain: 2 people, people standing, people walking and outdoorImage may contain: one or more people, people standing, people walking, crowd and outdoor

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

w

Connecting to %s

%d bloggers like this: