Guyyaa Har’aa FXG Yuniverstii Amboo Keessatti Gaggeefamaa Jira.Qeerroon Barattoota Amaaraa Dabalachuun Diddaa Gaggeessaa Jiru.

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, sky, outdoor and nature Continue reading

ኢትዮጵያ ዘርፍ ምክር ቤት እና የኦሮሚያ ዘርፍ ምክር ቤት ፕሬዚዳንት ከዱ።

Aside

ONN- ዜና
ኢትዮጵያ ዘርፍ ምክር ቤት እና የኦሮሚያ ዘርፍ ምክር ቤት ፕሬዚዳንት ከዱ። በአንድ ከፍተኛ የመንግሥት ባለሥልጣን ከተመራ የልዑካን ቡድን ጋር ዘርፍ ምክር ቤቱን በመወከል ወደ አውስትራሊያ ከተጓዙ በኋላ፣ ሌሎች የልዑካን ቡድን አባላት ሲመለሱ እርሳቸው መቅረታቸውን ምንጮች ገልጸዋል፡፡

ከኢትዮጵያ የንግድ ልዑካን ጋር ወደ አውስትራሊያ ተጉዘው የነበሩት የኢትዮጵያ ዘርፍ ማኅበራት ምክር ቤት ፕሬዚዳንት አውስትራሊያ ከሄዱ በኋላ ሪፖርት ሳያደርጉ አንድ ወር ማስቆጠራቸው ጥያቄ አስነሳ፡፡ በዚህም ምክንያት ቼክ ላይ የሚፈርም በመጥፋቱ ችግር መፈጠሩን ምንጮች ገልጸዋል፡፡

በቅርቡ በተካሄደ አወዛጋቢ ምርጫ የኢትዮጵያ የዘርፍ ምክር ቤት ፕሬዚዳንት ሆነው የተመረጡት አቶ ኢያሱ ሞሲሳ፣ በአንድ ከፍተኛ የመንግሥት ባለሥልጣን ከተመራ የልዑካን ቡድን ጋር ዘርፍ ምክር ቤቱን በመወከል ወደ አውስትራሊያ ከተጓዙ በኋላ፣ ሌሎች የልዑካን ቡድን አባላት ሲመለሱ እርሳቸው መቅረታቸውን ምንጮች ገልጸዋል፡፡

እንደ ምንጮች ገለጻ ከሆነ አቶ ኢያሱ መመለስ የነበረባቸው ከሦስት ሳምንታት በፊት ነበር፡፡ የጉዞ ፕሮግራሙ ካለቀ በኋላ ሪፖርት ሳያደርጉ በመቆየታቸው፣ በዚያው ቀርተዋል የሚል ድምዳሜ ላይ ተደርሷል፡፡ በተለይ ከተረከቡት ኃላፊነት አንፃር ውክልና ሳይሰጡ አንድ ወር መቆየታቸው የጽሕፈት ቤቱን እንቅስቃሴ እንዳስተጓጎለ ምንጮች ገልጸዋል፡፡ Continue reading

FXG Ona Malkaa Balloo Araddaa Haraw Keeysatti Gaggeefamaa Oole.

Aside

(SBO/VOL-Mudde 10/17) Hiriira Warraaqsa Fincila Xumura gabrummaa biyyooleeysa oromiyaa guyyaa Arraa Ona Malkaa Balloo Araddaa Haraw Keeysatti guyyaa arraa gaggeeyfame.

Image may contain: one or more people, crowd and outdoor

Hiriira Qeerroo Bilisummaa Magaalaa Asallaa Keessatti Gaggeefamaa Oole.

Aside

Mudde 10/17) Hiriira Warraaqsa Fincila Xumura gabrummaa biyyooleeysa oromiyaa guyyaa Arraa Magaalaa Asallaatti Gootowwan barattoota Qeerroo Fii ummanni oromoo gaggeeysaa Jiran.
hiriira kana Irratti Qeerroon faaruu warraaqsaa faarfachuu fii dhaadannoo Warraaqsa Biyyooleeysaa “Abbaan biyyaa Oromoodha, Wayyaaneen nun bulchituu!!.” fii kan biraas dhageeysisuun hawaasa kakaasuu fii wayaaneen akka abdii kutattu godhanii jiran.

ONN:Oduu Afaan Amaaraa Kan Torbaanii Muddee 10/2017

Aside

Qabsoon Kan Isa Loluu Immoo Kan Isa Ololuu Ti ?

Aside

Damee Booruutiin

Jala bultiin cidha hooganoota OPDO fi uummata Oromoo waan raawate fakkaata. Waangonni gogaa hoolaa ufatanni hoolota wajjin yaroo gababaaf daadisaa turan suuta suuta ifa bahaa jiru. Eeyyee warri Habashaa uummatni Oromoo gowwaa dha jedhanii fudhatau. Irra darbanii iyyuu uummata akka horii namni tokko gara barbaadetti oofuu danda’u jedhanii nu arabsu. Nu xiqqeessu yaalu.

Sabni Oromoo uummata nagaa jalatu. Uummata hammeenya tokko illee dhala nama kam irraan iyyuu gahuuf hawwii hin qabne dha. Nagaa jaalachuun, nama biraa miidhuu fedhii dhabuun akka dadhabbii itti ilaalamee tufatamuu hin qabnu. Garuu yaroo qabeenyi keenya saamamu, ilmaan keeny nu jalatti ajjeefaman teenyee boo’uun hikaa hin qabu. Diinnii nu qabate kun imimaan keenyaa fi gadda keenya ilaalee kan garaa nuuf laafu miti. Kan lafa keenya irraa nu Continue reading

Wallee Haaraa Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Mudde 8,2017

Aside

Oromiyaan Har’aa Maal Fakkaattii?

Aside

Qalbeessaa Dhangi’aatiin
“Deddeebii taati malee midhaan maasaatti hinaftu” jedhe jaldeessi. Kaleessa harmaaf harka muramaa turre jennee kulkulfaanna. Kulkulfannaa
keenyas baasnee aarii kaleessaaf namoota badii kaleessaa dalagan kan faarsu seeratti haa dhiyaatu jechaa sagalee keenya dhageessifachaa
turreerra. Kana addatti nafxanyaa Teedroosiif Minilikin kanneen dhaadessanii uummata keenya uummata Oromoo gadxiqqeesauun lallaban
kanneen akka asmaarticha Teedii Afroo irraa qabee kanneen maxxaansaa addaa addaan yakka nurratti raawwate kaleessaa akka gaarumaatti
faarsan baanee falmachaa turre. Continue reading

Haala uummatani Oromoo keessa jiru dhugumatti hubannee jirraa?

Aside

Abdii Boruutiin

Sochiin uummata Oromoo, kan bara 2014 irraa eegalee godhamaa jiru kun injifannoo hawwame dafee argamsiisuu baatullee, jijjiirama addaa addaa argamsiisaa jira. Mooraa diinotaa keessatti naasuu guddaa mul’isee jira. OPDOn yookaanis hoggantootni ishii gadi bahanii jechoota Sabboonummaa fi Oromummaa addeessan akka haasa’an taasisee jira. Waan haasa’aa jiran kana hojiidhaan ni agarsiisu jedhee ani garuu hin yaadu. Biyya alaatti ammoo aktivistootni akka wacan godhee jira. Haala kana keessatti xiinxaltootni fi beektotnis heddoomanii jiru. Abbaan malaa fi falaa nuyi jechaa ofmumul’isaa jiru. Tooftaa fi tarsiimoo yeroon gaafattu isa kana ykn sana jechaa dubbachaa fi barreessaa jiru. Addunyaa jabaadhaaf malee laafadhaaf gurra hin kenninetti iyyachaa jiru. Wanti mul’achaa jiru tarreen isaa dheeraa dha. Garuu tokkumtillee uummata Oromoo yeroo ammaa yoomiyyuu caalaa haala baay’ee hamaa keessa jiru gargaaruu waan danda’e natti hin fakkaatu. Continue reading

ONN:Gaaffi Debi’ii Misenssa Gumii Sabaa ABO Hajji Hajjii Waaqayyo Waliin Goone Kutaa 1ffaa Muddee 10/2017

Aside