“Chawo Chawo Wayyaanee” Mudde 4,2017 Diddaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo Itti Fufuun Hangar Guttiin Akkasitti Oole.

Aside

 Godina Wallagga Bahaa Aanaa Ebentuu Keessatti Dirmannaa Uummata Keenya Waraanni Wayyaanee Dararaa Jiruufi FXG Guyyaa Har’aa Jabaatee Itti Fufe jira.

Aside

SQ,Mudde,4,2017

Image may contain: one or more people, people standing, cloud, sky, outdoor and nature

Dilbata darbe Lixa Oromiyaa Angar Guuteetti Irreecha Malkaa Tulluu Injirroo irratti jaalala ABO fi WBO sirbaan Yoo ibsatan

Aside

Guyyaa Har’aa Sochiin FXG Jabaachuun Waraanni Wayyaanee Magaalaa Gincii Weeraree Jira.

Aside

Image may contain: one or more people, sky and outdoor

Kabaja ayyaana irreechaa Haroo Dandii guyyaa kaleessaa bifa ho’aan kabajame. Faajjiin alabaa ABO/Oromoo  ol ka’ee ooleera

Aside

Guyyaa Har’aa Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii Keessatti FXG Qeerroon Gaggeeffamu Itti Fufee Jira.

Aside

[SQ,mudde, 4,2017] Barattoota mana barumsaa Qophaa’iina, sadarakaa Mandii fi qeerroon magaalaa Mandii Dangaa Oromiyaa haa kabajamuu, gaaffiin bartootaa Yuunvarsiitii gaaffii keenya, hidhamtoota Oromoo baddii tokko malee mana hidhatii dararama jira haa gadhifamni, haaromsa jettani Odeessuu dhiisatti dursa hidhamtoota qabsoo haqaf Wayyaaneen hite jirtuuf dubbadha haromsii mana hidha irraa jalqabuu qaba jechuun Sagaalee isanni dhageessisa oolaniiru.

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa Muddee 3/2017

Aside

Barattoonni Yuunibarsiitii Adaamaa Mooraa Gad Lakkisanii Uummata Oromoof Dirmachuuf Karaa Jalqabuu Isaanii Himame

Aside

[SQ,mudde,4,2017]

Dirmannaan Oromummaa uummanni keenya uummata Waraanni irratti banameef taasisu jabaatee itti fufee jiraachuu maddee keenya bakkoota hedduu ibsaa jiru. Akka maddeen arganneetti adda durummaan barattoonni Yuunibarsiitii dantaa dhuunfaa isaanii, barnoota jaallatan lafa kaahuun uummata isaanii bira dhaabbachuuf mooraa lakkisanii yaa’aa jiraachuu gabaasni torban darbee ifa godha. Haalli baruuf barsiisuu mooraa Yuunibarsiitii guutummaatti dhaabbatee kan jiru irratti, barattoonni gootonni Qeerroo Bilisummaa Oromoo qabsoo jalqaban galiin gahuun dalagaa qabnu mara lafa kaahuun qabsootti makamuu akka ta’e ibsuurratti argamu. Continue reading