Godina Shaggar Bahaa Bulchiina Magaalaa Bishooftuu Keessatti Lammiilee Oromoo Lafa Isaanii Irraa Buqifamaniif Durgoo Firaashaa fi Hamsoolaa Kennaa Jiru.

Aside

20046622_457269151306225_2006176066813522930_nAdoolessa 15,2017/ Godina Shaggar Bahaa Bulchiinsa Magaalaa Bushooftuutti Wayyaaneen Ummata Oromoo wlafaaf qabeenya isaanii irraa saamtee kaan investaraa biya alaatif kaan Wayyaanotaaf ciccirtee.qooddee Amma Ummata harka qalleeyyiif ispoonsarummaa warshaalee biiraa irraa arganneen Ansoolaa, Firaasha, Fi Uffata gara garaa kenninaaf jedhee itti 19989382_457268417972965_513564312999603726_ngaafatamaan waajjira Hojjataaf Hawaasummaa Obbo Baayisaa Waarii ummata keenna cinaa jirra ummanni keennas nu cinaa haa jiraatu ammaan booda jiraattonni hundi namoota akkanaa kana qarqaruuf akka dirqama qabu fi karaa ittiin buusii buuftaniif irratti haala mijjeessaa jirra jechuu.Saamicha maallaqaa karaa hundaan itti fufaa jiraachuu maddeen Oduu Qeerroo Bushooftuu gabaasanii jiru. Continue reading

Godina Arsii Aanaa Siree Keessatti Guyyaa Har’aa Suuqonni Hedduu Cufamanii Jiru.

Aside

19961639_453593855000411_3107518186520498612_nAdoolessa 15,2017. Godina Arsii Aanaa Siree keessatti Guyyaa har’aa Suuqonni cufaa oolanii jiru. Tilmaama gatii kan galii gibiraa jechuun waajjirri Galii Aanichaa maxxanseen wal qabatee daldaltoonni hojii dhaabanii jiru Waraanni wayyasnees magaalicha keessa deemee ummanni dirqamaan akka suuqii daldalaa isaanii banan furqamsiisuf tattaafachaa jiraachuu maddeen keenya magaalaa Siree gabaasanij jiru. Continue reading

Godina Buunnoo Baddallee Keessatti Gibirri Humna Ummataan Ol Ta’uu Irraan Diddaa Hawaasa Keessa Deemaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.

Aside

Adoolessa 15,2017/ Godina Buunnoo Beddelleetti gibirri humnaa olii uummata keenya irratti gatamaa jiru biyya keenya sodaa keessa galchee jira.Bu’uuruma kanaan magaalaa Beddelleetti hoteela tokkotti gibirri murtaa’ee jiru waggaatti 4,000,000 (miliyina afur). Continue reading

SBO Adoolessa 16,2017. Oduu, ijoo dubbii ABO fi Gaaffii fi Deebii Art, Nafiisaa Abdulhaakim kutaa Lammaffaa

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 14, 2017

Aside

Seife Nebelbal Radio fi Simbirtuu Radio, Adoolessa 14, 2017

Aside

Continue reading

Gabaasa FXG Godina Lixa Shaggar Magaalaa Amboo.

Aside

#OromoRevolution Adoolessaa 13/2017

Itti fufaGidduugaleessaa Oromiyaa Godina Lixa Shaggar Magaalaa Ambootti Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG Kanfaltiin gibiraa dachaa guddaan Uummatarratti dabalamuu waliin walqabatee daran jabaachuun Mormii Guddaan Qeerroo Dargaggoota Oromoo, Daldaltoota fi Uummata Hundaa kan Hirmaachise Warraaqsii Finiinaa jira.  Continue reading

Godin Shaggar Lixaa Magaalaa Ambootti FXG Itti Fufee Jira,Gama biraan Qonnaan Bultooti Rakkoo Xaawoon Wal Qabatee Roorroo Himachaa Jiru.

Aside

Adoolessa 13,2017

q10Godina Shaggarlixaa aanoota jiran keessatti rakkoon  hirdhina xaadhoo waan mudateef,qonnaan bultoota yaaddoo guddaa keessa galchee jira jedha gabaasni Qeerroo gama sanaa.
 Qotee bultoonni naannoo sana,mirga jiraachuu waan dhabaniif ,nuti sabni oromoo hanga yoomitti waan hundaan midhaamna ,hanga yoom mirgi keenyaa mulqamnee mirga Waaq- nuuf kenne uummata xinnoo waaqa hin beekne kanaan sarbamna jechaa aadachaa jiraachuu ykn quba nyaachaa jiru. Continue reading

FXG Itti Fufuun Ummanni Oromoo Lixa Shaggar Magaalaa Ambootti Diddaa Itti Fufan.

Aside

RSWO: Adooleessa 13, 2017- ODUU, ARGAAF DHAGEETTII FI DHAAMSA RSWO

Aside