Adoolessa 15,2017/ Godina Shaggar Bahaa Bulchiinsa Magaalaa Bushooftuutti Wayyaaneen Ummata Oromoo wlafaaf qabeenya isaanii irraa saamtee kaan investaraa biya alaatif kaan Wayyaanotaaf ciccirtee.qooddee Amma Ummata harka qalleeyyiif ispoonsarummaa warshaalee biiraa irraa arganneen Ansoolaa, Firaasha, Fi Uffata gara garaa kenninaaf jedhee itti
gaafatamaan waajjira Hojjataaf Hawaasummaa Obbo Baayisaa Waarii ummata keenna cinaa jirra ummanni keennas nu cinaa haa jiraatu ammaan booda jiraattonni hundi namoota akkanaa kana qarqaruuf akka dirqama qabu fi karaa ittiin buusii buuftaniif irratti haala mijjeessaa jirra jechuu.Saamicha maallaqaa karaa hundaan itti fufaa jiraachuu maddeen Oduu Qeerroo Bushooftuu gabaasanii jiru.
Kana malees gama biraan Godina Arsii Lixaa Magaalaatti Sambata har’aa Mormiin Sababa Gibiraatif ka’uutu mala jechuun wayyaaneen waraana konkolaataa Oraalii 3 Sadih Ganama Subiin magaalatti gadi nayxee waraanni Meeshaaa hidhatee magaalaa keessa deddeemee ummata sodaachisaa jiraachuu maddeen Oduu Qeerroo Aanaa Dodolaa gabaasanii jiru.
