Guyyaa Har’aa Qeerroon Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii Hiriira Guddaa Gaggeessaa Jira. Aside 10102565646765113 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Waraanni Agaazii TPLF Qaanyii Tokko Malee Abbootii Amantii Hiriira Nagaa Bahanitti Dhukaasaa Turuun Beekamaa Dha. Aside Gaafa Hagayya 7, 2016 Luba Daani’eel jedhama.Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii keessatti yeroo darbe hiriira nagaa gaggeeffamuuf ture sanarratti uffata ittiin waaqeffachiisan,Kitaaba Qulqulluu fi Fannoo baatanii Uummata fuuldura bu’uun hiriirsisan. Ejjennoon itti aanee hiriira sanarratti fudhatame akkuma beekamu waraanni Agaazii TPLF amantoota ykn namoota isaan faana hiriiraa turan irratti reebichaa fi ajjeechaa erga gaggeessan booda Luba Daani’eel harkaa Kitaaba Qulqulluu fi Fannoo harkaa darbatanii erga reeban booda gara mana hidhaatti darbatan. Yeroo ammaa kanatti erga gaafa hidhamee kaasee yaalli fayyaa tokkollee hin taasifamneef. Abbootiiin Amantii kaaniifis fakkeenya gaarii taatan. Seenaan yoomuu sin yaadata. Dhugaa barsiisaa,dhugaaf hidhamaa,dhugaaf du’uun Abbaa Amantaa ta’uu mirkaneessitan. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...