2 thoughts on “Guyyaa Har’aa Qeerroon Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii Hiriira Guddaa Gaggeessaa Jira.

  1. Pingback: Guyyaa Har’aa Qeerroon Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii Hiriira Guddaa Gaggeessaa Jira. — QEERROO – OROMSIIS

  2. Ashaam, ashaam ,qeerroo abdii bilisummaa oromiyaa , Ashaam WBO gacheennaa oromoo fii oromiyaa , Ashaam ABO yaa dhaabbaa cuulluuluqaa ummataa oromoo marraa , Yoomiiyuu siiraa addaamiittii WBO fii Qeerroon qammaa ketuumaa. Hunndeen kessaan hortee Borana fii Barentuum nuumartiinuu dhiigaa fii laafeeniis oromoo dhaa.Seenaa nii yaddataa jalqabaa warraaqsaa FXG ficincila xumura gabrummaa qeerroon sadaasa 12/2015 gallii qaanqee bilisummaa biittiinestee kabba fii kibaa ,baha fii dhiha oromiyaa marraa kessaa ,Bilisummaa hangasiiftee , abba biyyuum mandisiiftee ummataa oromoo abdachiiftee , Diinnaa oromoo nasiiftee, wayyaanee fii gantuu abdiikutachiiftee , nuuf jiradhaa gallanii kessaan bilisummaa dhaa. Nuutiis issin wajjiin jiraa humnaa fii qabenyaan. Injiifaanoon taan ummataa oromootii .Horraa bullaa. Gadaan gadaa bilisummat.

    2016-09-28 14:10 GMT+03:00 QEERROO :

    > Qeerroo posted: “” >

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s