Waraanni Agaazii TPLF Qaanyii Tokko Malee Abbootii Amantii Hiriira Nagaa Bahanitti Dhukaasaa Turuun Beekamaa Dha.

luba-daaniel-abraham-mandiiGaafa Hagayya 7, 2016 Luba Daani’eel jedhama.Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii keessatti yeroo darbe hiriira nagaa gaggeeffamuuf ture sanarratti uffata ittiin waaqeffachiisan,Kitaaba Qulqulluu fi Fannoo baatanii Uummata fuuldura bu’uun hiriirsisan.

Ejjennoon itti aanee hiriira sanarratti fudhatame akkuma beekamu waraanni Agaazii TPLF amantoota ykn namoota isaan faana hiriiraa turan irratti reebichaa fi ajjeechaa erga gaggeessan booda Luba Daani’eel harkaa Kitaaba Qulqulluu fi Fannoo harkaa darbatanii erga reeban booda gara mana hidhaatti darbatan.

Yeroo ammaa kanatti erga gaafa hidhamee kaasee yaalli fayyaa tokkollee hin taasifamneef. 
Abbootiiin Amantii kaaniifis fakkeenya gaarii taatan. Seenaan yoomuu sin yaadata. Dhugaa barsiisaa,dhugaaf hidhamaa,dhugaaf du’uun Abbaa Amantaa ta’uu mirkaneessitan.

1 thought on “Waraanni Agaazii TPLF Qaanyii Tokko Malee Abbootii Amantii Hiriira Nagaa Bahanitti Dhukaasaa Turuun Beekamaa Dha.

  1. Pingback: Waraanni Agaazii TPLF Qaanyii Tokko Malee Abbootii Amantii Hiriira Nagaa Bahanitti Dhukaasaa Turuun Beekamaa Dha. – OROMSIIS

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s