Partial list of Oromos that have been killed as a result of Excessive force by Ethiopian Government armed forces during Peacful demonstration on August 6,2016, Oromia, Ethiopia

Aside

cropped-qeerroo-edit.jpg

(Updated 4September 2016)

Nr Name Sex Age Zone Locality Killed by
1 Abbuu Muummee M 17 Arsii Ticho Agazi
2 Abdallaa Mohammed M East Harageh Qobo Agazi
3 Abda Jiloo M 24 West Arsii Asasa Agazi
4 Abdaa Hasanoo M 31 West Arsii Asasa Agazi
5 Abdii Daawud M East Harageh Kombolcha Police
6 Abdii Jamal Suraa M 27 Arsii Heraroo Agazi
7 Abdallaa  Kadir M 26 Arsii Baalee Roobee Agazi
8 Abdisaa Gamachu M 23 West Arsii Shashamane Agazi
9 Abdisaa Tolaa M 19 West Arsii Asasa Agazi
10 Abdoo Tolaa Dibaba M 20 Arsii Dheraa Agazi
11 Abdulsalam Milkeessaa M East Harageh Qarsa Agazi
12 Abdunasir Ture Xulloo M 24 Baalee Waabee Agazi
13 Abdurraa Caabii M 26 West Arsii Asasa Agazi
14 Abduu Rashaad M 19 Baalee Waabee Agazi
15 Abdusalam Ahme/shekko M East Harageh Haroo Maayaa Police
16 Abdushakuur Dhaqqabaa M East Harageh Awadayi Agazi
17 Afandii Mohammed M East Harageh Haroo Maayaa Agazi
18 Ahmed Aman M   West Arsii Adaba Agazi
19 Ahmed Girboo M East Harageh Quubsaa Agazi
20 Ahmed Hakim H.Heddo M   West Arsi Adaba Agazi
21 Ahmed Hussein M 25 West Arsii Qore Agazi
22 Ahmed Rahiman Umaro M   West Arsii Adaba Agazi
23 Ahmed Rauf Amana M   West Arsii Adaba Agazi
24 Aliyyii Jaqon Hasen M 19 Arsii Gobessoo Agazi
25 Aliyyoo Said Aloo M 22 West Arsii Hajee Agazi
26 Alii Simboo M 26 West Arsii Shashamane Agazi
27 Amaan Bilbiltu Tolaa M 28 West Arsii Asasa Agazi
28 Amaan Kamal Usman M 57 Arsii Sagure Agazi
29 Amin Aburroo Turee M 30 Arsii Seeruu Agazi

Partial list of Oromos that have been killed as a result of Excessive force by Ethiopian Government armed forces Aug 2106

URGENT CALL OF RENEWED GRAND PROTEST FROM QEERROO:

Aside

cropped-qeerroo-edit.jpg

September 4,2016

Qeerroo Bilisummaa Oromoo is calling for an urgent renewed call of grand protest in all of Oromia amidst killing of several Oromo prisoners in Kilinto (Qilinxoo) Prison by the regimes shooters as the prisoners run to save themselves from fire.

Here are the demands and banners the Oromo people is asked to hol:

1) Where are our relatives (prisoners)? We demand to see our relatives? Release all political prisonerrs!

2) We need the list of all that are killed! We need the list of all that are wounded! Those wounded should be released to their families for treatment!

3) The TPLF/EPRDF regime is committing genocide on the Oromo people and should step down!

4) Our demand is freedom of Oromia! Oromia shall be free!

5) While ANDM is standing on the side of the protesting Amhara people, OPDO is standing with the TPLF who is committing genocide on Oromo people! We demand that OPDO stand with their people or get out of the way of the Oromo people!

6) All roads will be closed until our demands are met! We call our people to exert economic sanction on the regimes companies and its surrogates.

7) We demand that a transitional government which includes OLF be established!!

8) We call our people to stand with Qeerroo as we destroy the regimes properties, properties of the regimes officials and surrogates, and so called investors!

Waamichaa Ariifachiisaa Uummatni Oromoo Hundii Bakka Jirtaan Aanaa, Godina, Ganda, Masyibaasii fi Bakka Argamtaan Hundatti Walitti Dhufuun Warraaqsii itti Fufuu qaba!!

Aside

Fulbaana 4,2016

QeerrooManni Hidhaa Wayyaanee Beekamaa fi guddichi kan Hayyootni qaroo uummata Oromoo ta’an keessaatti argamaan Ibiddaan gubachuu fi Wayyaaneen hidhamtoota Ibiddaa jalaa of baasuuf socho’an irratti dhukaasaa ba’uun lubbuun ilmaan Oromoo fi saboota cunqurfamoo akka wareegamee fi madaa’uun midhamanii hospitala galanii jiraatuu median dubbattee jirti.Kanneen Wareegamanis ta’ee kanneen Madaa’aan yeroof maqaan addaa hin baafamiin jira, kanaafuu bakka Argamnuu Hundatti biyyaa keessaafi alatti Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG n Daran Jabaatee akka itti Fufuu Qeerroon Bilisummaa Oromoo Ummata Oromoo fi Jaarmiyaalee Qabsoo bilisummaa Oromoo hundaaf Waamichaa Ariifachiisaa Dabarseeraa!!

Continue reading

WAYYAANEE  FI WIXIFANNAA ISHEE ,,,,,,,

Aside

Barreessaa dhugaa baasa!SEENAA  Y.G(2005)

Gootummaan ummata Oromoo, guyyaa irraa gara guyyaatti dabalaa jira. Gootummaan Oromoo gabrummaan cabee hin hafnee. Gabrummaa jala jiraatee Ijoollee Bilisummaa manatti ol galchitu horateera. Diina waggaa 150 ol irratti duulee bayyaannatee, eenyummaa isaa Biyya abbaa isaa irratti kabachiisuuf sadarkaa xumuraa irra ga’eera. Beekumsaa fi dandeettii, ykn shiraa fi hammeenyi diinaan , eenyummaa isaa ganamaa irraa mulqee, Ummata Seenaa  fi eenyummaa hin qabnee hin taasifnee. Gabrummaa jala taa’ee , bu’ura walabummaa fi Bilisummaa isaa akka hin buqqaaneetti gadi dhaabeera. Ummata gadi fageessee yaadee, haa bultu dubbiin jedhee tarkaanfataa jiraateen, Ummata gabrummaaf dhalatee godhanii kanneen yaadan akkaan dogoggoruu isaanii har’arra dhaabbatanii ni argan. Ummata kana Sirbaa fi aadaa ykn Afaan isaa dubbannaan maal isa barbaachisa ? jedhanii kanneen herreegani fi humnaan cabsuuf yaalan, boolla gadi fagoo ofii qotaa akka jiraatan har’arra ga’anii arguu hin hafan. Bishaan ho’ee bakka isaa ga’ee malee hin danfu. Danfuu bishaanii ijaan osoo arguu kan harka isaa itti erguu, badiin kanuma isaatii. Maal si godhaa ? jedhee kan jajjabeessees akkasuma. Continue reading

Bookkisni Muummee Ministeeraa Wayyaanee fi dhaabota jalee sirnichaa qorannoon Unkuruun Gaaffii Mirgaa Ummatoonni Kaasan Hin Ukkaamsu!

Aside

ABOFulbaana 3, 2016

Impaayerri Itoophiyaa Warraaqsaa fi fincila ummataa seenaa ishii keessatti argitee hin beekneen raafamaa jirti. Biyyattii roorroo fi hiraarri gitni bittootaa ummatota irraan gahan hammaachuurraa diddaa fi qabsoon barootaa bokokee roga hundaa dhoowaa jiru tana keessatti rakkoon siyaasaa, abbootii irree masaraa Minilikirra bara-baraaf jiraatuu abjootaniin sadarkaa ukkaamsuun dandahamurra taree, dhabama sirna impaayerattii as kaleessaa jira.Aadaa fi amala moototaa fi sirnoota Impaayera tana bitanii tahee warreen ummata bulchina jedhan gaaffii mirgaa fi hawwii lammiileetiif karaa nagaatiin deebisaa kennanii hin beekan. Ijaa-gurra banatanii ummata qalbiin caqasuu mannaa shiraa fi humnaan fedhii sabaa ukkaamsanii aangoo qabatanirra bubbuluu filatu.Warraaqsa biyyoolessaa guutummaa Oromiyaa keessaa Ji’oota 9 oliif finiinaa jiruu fi sochiilee naannolee Impaayerattii adda addaa keessatti akkaan jabaataa jiraniin dhabamni sirna isaa dhiyaachuu kan hubate mootummaan wayyaanee, ammallee qarqara bool’aarra taa’ee akka homaa hin jirre fakkeessuun hojiidhuma aadaa fi amala isaa tahetti fuulleffatee jira.Sirni murna bicuu gaaffii mirga abbaa biyyummaa fi bilisummaa Ummanni Oromoo gaafataa jiru, kan odoo inni ukkaamsuuf tattaafatuu goototni Oromoo wareegamaan addunyaaf ifa baasan, akkasumas mormii fi diddaa guutummaa biyyattii keessaa mootummaa isaarratti deemaa jiru, ifatti ummatarratti lola labsuu fi ergamtoota ummatatti bobbaasee afanfaajjii uumuun ukkaamsuuf abbala.

Continue reading