Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo Los Angeles California 04/21/2018.

Aside

Of-Eeggannoo Uummata Oromoo fi Qeerroo Naannoo Beenishaaangu Gumuz.

Aside

Akkuma beekamu mootummaan abbaa irree TPLF caasaa Uummata Oromoo naannichaa fi saboota biro walitti buusuuf ijaaree fi harcaatuun caaseffama Dh.D.U.O duraanii waliin ta’uun carraa ishee isa dhumaa fayyadamuuf yaalii gochaa jirti.

Waan uummata Oromoo naannichaaf aantummaa qabaniifi yaadan fakkeessuun walitti bu’insa bifa haaraan qindaa’e raawwachuun Uummata Oromoo naannichaa buqqisuu fi ajjeesuu dha.

Kunis: Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 20,2018

Aside

Guyyaa Har’aa Ebla 20,2018 Haasaa Gabaabaa Artist Mo’ibul Biluu Qawwee,Wallagga Billoo Boshee Keessatti Taasise.

Aside

የኦሮሞ የነፃነት ትግል ከየት ተነስቶ ወዴት እየሄደ ነው?

Aside

– ትላንት የነበሩት፣ ዛሬ ያሉትና ወደፊት የሚኖሩት ፈተናዎች –

ብርሃኑ ሁንዴ, Ebla 19, 2018ክፍል አስር

የዶ/ር አብይ አህመድ የኢትዮጵያ ጠ/ሚኒስተር ሆኖ መመረጥ ኦሮሞዎችን በሀሳብ ለሁለት የከፈለ ይመስላል። ባንድ በኩል ኦሮሞ አራት ኪሎ ስለገባ አሁን ለውጥ ሊመጣ ይችላል ብለው በደስታ እየፈነጠዙ ያሉትና ይህንንም ለውጥ እየጠበቁ ያሉት ሲሆኑ፤ በሌላ በኩል ደግሞ ወያኔዎች በዚህ መንግስት ውስጥ እስካሉ ድረስ ለውጥ መምጣት አይችልም የሚሉ ናቸው። እኔም በሀሳቤ ሁለተኛው ቡድን ውስጥ ስለሆንኩኝ፣ በዚህኛው ፅሁፍ ውስጥ ኣንዳንድ ጉዳዮችን ኣንስቼ ለመግለፅ እሞክራለሁ።

በኦሮሞ ጠ/ሚኒስተር ስም የወያኔን ስርዓት ለመጠገን የሚደረገው ሙከራ ለውጥ ከማምጣት ይልቅ ለኦሮሞ የሚያመጣው አደጋ ይበልጣል Continue reading

SBO Ebla 20, 2018. Oduu, Hasawa HDn ABO Jaal Daawud Ibsaa Sirna Kabaja GGO Irratti Taasisan Kutaa Xumuraa.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 19,2018

Aside

Simbirtuu: – EBLA 19 2018- Dr Abiy Ahmad MM ta’anii muudamuun Oromoo ni fayyadamoo hin fayyadu? kan jedhuuf yaada namoota mormaniifi deeggaranii caqasaa.

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 18 April 2018

Aside

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa . Ebla 18/2018

Aside