Tokkummaan Uummata Oromoo fi Haleellaa WBO iddoo garaa garaatti fudhataa jiru kan ciisa ishee dhowwe mootummaan murna bicuu Wayyaanee, filannoo fi carraa ishee isa dhumaa Mootummaa naannoo Beenishaangul Gumuz godhattee jirti.
Kunis Magaalaa Asoosaa keessa Dhalattoota Tigiree TPLFn ramadaman Buufata meeshaa godhachuun Uummata Oromoo naannichaa, Mandii, Beegii, Najjoo fi Dambidoolloo jiraatu maqaa sobaa WBO rukkunne jedhuun Uummata nagaa barbadeessuuf qophii xumauranii jiru.
Magaala Asoosaa lafa itti Meeshaan waraanaa Kuufamee jirus beekamee jira:
1. Mana abbaa qabeenyaa “Semehal Hotel” kuusaa meeshaa waraanaa
2. Mana abbaa qabeenyaa “ Bilen Dana Hotel” Kuusaa meeshaa waraanaa
3. Mana aabbaa qabeenyaa Garree Kompiiterii : Kuusaa meeshaa (Faddaalaa fakkaachuun hojii basaasummaas ni hojjeta) Continue reading →
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk