ONN TV-ODUU Gurraandhala 11,2018

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo,Gurraandala 09,2018

Aside

Continue reading

Hubachiisa Gabaaba

Aside

Sochiin Warraaqsa Biyyooleessaa Oromiyaa FXG akka guutummaa Oromiyaatti kan itti fufu ta’uu yaadachiisuun/hubachiisuun qabxiilee armaan gadii irratti xiyyeeffannoo adda gochuun barbaachisaa ta’uu hubachiifna!! Magaalaan Finfinnee Sochii Warraaqsa Biyyoolessa Oromiyaa FXG amma itti adeema jirru  duula Gabaa lagachuu, uggura Geejjibaa kaa’uufi Hojii dhaabuu qabdi.
Haaluma kanaan sochiin daldalaafi geejjiibaa gara gidduugaleessaa biyyaatti Magaalaa Guddoo Oromiya  Finfinneetti godhamu kallattii arfaniin iyyuu akka gara magaalaa Finfinneetti hin seenamne bakka jirru hundaa dura haa dhaabbatnu!! uummatni Oromoo ofii dhama’ee abbootii irreefi Continue reading

Seife Nebelbal Radio, February 10, 2018

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts-10 February 2018

Aside

SBO: Gurraandhala 11 bara 2018. Oduu, Haala Sochii FXG Dhiha Oromiyaa -Ona Jimmaa Arjoo irratti Gaaffii fi Deebii dargaggoo Oromoo jiraataa naannichaa tahe waliin taasifamee fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate.

Aside

Agartuu Qeerroo Tibbanaa “Burjaajjii”

Aside

Biyya keessa Burjaajjiin isheen dhumaa eenyuun adeemaa jirtii? Waajjirri aadaaf Turizimii sirna Wayyaanee bakkatti eeguuf hojii akkamiirra jiruu? Dubbisaa!
Burjaajjii jechuun waan hinjirre waan hinyaadamne fakkeessuuf akkeessuu jechuu dandenya. Burjajjiin nama soba danda’uun dalagamti. Sobanii Onnee uummataa seenuu jechuudha. Burjajjiin namoota aantummaa sabaa hinqabneen dalagamaa yoona geesse. Qabsoon Oromoo dadhabdiisuuf habashaan jaarraa tokkoo oliif Burjaajjiitti fayyadame. Har’as burjaajjiitti jirama. Burjaajjiin “Ko’omsuu” waliin wal fakkaata. Hangafa ko’omsuus ta’ee hojjetama. Uummata garboonfatu tokko garboomsaan jalqaba nii Burjaajessa, itti aanee nii ko’omsa. Sana booda dhiitee buluu danda’a. Continue reading

SQ-SAGALEE QEERROO GURAANDHALA 08 2018

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts-7 February 2018

Continue reading

QOPHII KAAYYOO FEB 09 2018

Aside

Continue reading

Finfinnee fi Abbaa Biyyummaa Oromoo

Aside

Mootummaan TPLF yaroo itti tolu ergamtuu ishee OPDO Finfinnee keessaa ari’uu yaroo mormiin itti xinnoo jabaatu gara Finfinnee fiduu yaroo caalaa itti hammaatu immoo Uummatni Oromoo Finfinnee irraa dhimma qabu jettee olii fi gadi oofuu dha. OPDOn meeshaa dantaa TPLF eeguuf kan  ijaaramte malee uummata Oromoof faayidaa tokko baasuuf akka hin ijaaramne xinnaa fi guddaan Oromoo bareechee hubachuu qaba. Gaaffiin uummatni Oromoo Fifninnee irraa qabu gaaffii tokkicha qofa. Gaaffi Abbaa biyyummaa mirkaneefachuu. Gaaffiin kun immoo gaaffii abbaa biyyummaa Oromiyaa adda bahee ilaalamuu hin danda’u. Continue reading