Wallee Warraaqsaa Haaraa Artist Tamaam Manza Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Labsii Hattattamaa Isa Dhumaa Aside Damee Boruutiin. Fincila malee Filannoon Wayyaanee Hin Buqqisu! Qeerroo Bilisummaa 2011TPLF isa ormi ittiin jedhu caalaa hojiin isheen yaroo akkana saaxilaa of baaftu arguun baayyee namati tola. Hidhamtoota hiiknee warra dorgomii siyaasaa barbaadaniif goodaa siyaasa balifnee nageenya biyyaa tasgabeessuuf akka fedhii qaban dubbatanii utuu hin rawwatiin of duuba galagalanii uummata Impayeera aItopiyaa keessa jiru irratti waraana labsuun of tufachiisuu dha. Uummata keenyaaf illee haaraa miti. Kana duraas argee jira. Akkuma isa duraa kunis ni darba. Labsiin kuun uummata cunqursaamaa hundaa keessattuu Uummata Oromoo kan harka laachisu miti. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...