Waamicha FDG Oslo Norway Sadaasa Gaafa 9,2013
HDn ABO Jaal Dawud Ibsaa irratti ni argamuu!!!
ABOni Kutaa Iskandinevia akkuma aadaa isaatti guyyaa FDG Sadaasa 9/ 2013 Magalaa Oslo, Norway Keessatti Kabajata.
Bakki:-
Det Chilenske kulturhus.
Veitvetvn 8, Oslo
Guyyaa: Sadasaa 09/2013.
Akkaataa bakka galmaa gahan: Oslo Center bus 31 Grorud jedhu fudhattanii bakka Veitvet jedhutti buutu.
Baabura (Metro) lakkoobsa shan Vestli jedhu- gara bahaatti (East bound) qabatanii Veitvet buutu
Yeroo Sa’aa 11:00 akka Oslootti Yeroo ta’u.
Artistooti Oromoo bebbeekamoon kanneen akka:-
- Ilfinesh Qannoo
- Hayiluu Kitaabaa
- Hawwii H. Yesuus
- Daangaa H. Yesuus
- Yohaannis Abaatee
- Asaantii Hajii
Wallee warraaqsaa fi aadaan uumata bohaarsuuf qophiitti jiru.
Koree qindeessittu.
——————————————————————————————————————————————————————–Caalaatti Brrksisa Kabajaalee FDG Bakkoota adda addaatti ta’uuf deeman kan irraa argachuun dandayamu.