SBO Caamsaa 12 Bara 2013

Aside

Godina Jimmaa Keessatti Mootummaan Wayyaanee Humnaa Waraana Bobbaasuun Daandii Cufee Sakkata’insaa Gaggeessaa Jiraachuun Beekame.

Aside

Caamsaa 10,2013 Jimmaa

Ayyaannii Irreechaa Arfaasaa Camsaa 12/2013 Godinaa Jimmaa Tulluu Beegiitti sirna ho’aa ta’een kabajamuuf jira. Jal-bultiin Ayyaanaa Irreechaa arfaasaa Caamsaa 11/2013 Malkaa Deeddeettii sa’aa 7:00 irraa kan eegalamu yeroo ta’u Caamsaa 12/2013  ammoo Tulluu Beegiittii guutummaatti sirna ho’aa ta’een kabajamuuf jira.

Ummaannii Oromoo kumaatamattii lakkawwamuus ayyaanaa kana irraatti argamuuf qophii cimaa gochuun walittii dhaammaachaa jirachuun kan beekamu yeroo ta’u,hordoftootnii amantii Waaqeffaannaa fi Qeerroo Bilisummaa Oromoo  Sirna kabaja Ayyaanaa Irreechaa kana  irraatti ummaannii Oromoo fi Jaalattootni aadaa, safuu fi sabboonummaa Oromoo fi jaalatootni  Oromiyaa akka qoodaa fudhataniif waamichaa dabarsuun waraqaalee warraaqsaa fi waamichaa bakkoota hedduutti faca’ee jira.

Haalli kun kanaan osoo jiruu mootummaan abbaa irree  Waayyaanee kan aadaa, Afaan, Duudhaan, safuun, amantaa, sabboonummaa fi Oromummaan akka  kabajamuu hin barbadnee fi tokkummaa Ummataa Oromoo cabsuun umrii aangoo isaa dheereeffaachuuf tirtiraa jiruu, humna waraanaa isaa bobbaasuun daandiiwwaan konkolaataa godinaa Jimmaa geessaan bakkotaa 4tti jechuun daandii Finfinnee gara Jimmaa geessuu bishaan Gibee irraatti, Keellaa karaa Finfinnee Magaalaa Jimmaatti seensiisu , daandii Baddaallee
gara Jimmaattii seensisuu Baddaallee fi Jimmaa Gidduutti fi keellaa konkolaataa karaa lixaa (Baaddaallee) Magaalaa Jimmaattii seensiisuu irraatti  konkolaataa dhaabsiisuun uummata nagaa sakkataa’uun uummataa rakkisaa kan jiraan ta’uun gabaafamera.

Gama biraan baratootaa Oromoo mooraawwaan yuunivarsiitii Jiimmaa 4’n barachaa jiran mooraa main Campusy, Mooraa Business fi Economics, Mooraa Qonnaa, Mooraa Saayinsii fi Teekiinoloojii fi Koolleejjii barsiisotaa Jimmaa karraa keessaa baratan  yeroo mooraa seenaanii fi bahan humna ol sakkataa’aa jiraachuun hubatamee jira.

Sagalee Warraaqoo Raadiyoo Simbirtuu,Seife Nebelfaalii fi TVOMT

Aside

DUKKANNI KAN HAMMAATU,GAAFA BARI’UUF JEDHUDHA !

Aside

Y.G(2005)

Caamsaa 9, 2013

barruuUmaan bari’uuf yennaa jedhu , dukkana hamaa umuun isaa namaan mari’atee miti. Hiikkaa Umaa isaa waan beekuuf kana tolche. Dhalli namaa , keessattu abbootiin keenya , adeemsa Uumamaa kana ilaalanii , mammaaksa irraa tolfatan. Dhalooti har’aa waan meeqa baratee jiru , dhaloota itti aanuuf waan mammaakee ol-keewwate hanga har’atti hin dhageenye. Hin dubbisnees. Kan dubbisnuu fi dhageenyu , waan akaakilee isaanii irraa hin argiin eessaa akka fidan hin beeku wayita wal irratti yaalan guyyuu argaa fi dhaga’aa jirra. Kun anaaf, dukkana barii jalaa sanaan wal natti fakkaata . dukkana barii keessa wal hin argan. Wal bira dhaabbatanii wal dhaban. Warruma wal beekutu Wal wallaala. Dheeraan gabaabbatee , gabaabaan dheerate nutti mul’ata. Lubbuun nu qabdee yennaa nu mankaraarsitu, waan fedhe haa dhufu jennee kan murteeffannun, hariitiin barii arguuf jarjarra. Garuu adeemsa Umamaa kana eenyullee asi butus ta’u achi butu hin danda’u. Guyyuu irra utaalaa kan deemnu, dukkana barii jalaan, guggufannee kukkufna. Walitti iyyina. Harki bakka afaanii wallaalee karaan itti dheerata. Dhiphuu kana gabaabsuuf jecha ykn Of baraaruuf jecha , isa kaan takaalu fi karaa qaxxaamuraa barbaachutti ceena. Yeroo kana wal-mari’achuu irra haxxee walitti hidhuun dhufa. Ani qofti dukkana hamaa kana keessa haa dabru malee obboleessikoo boolla haa lixu jennee ,ofittummaan gulufna. dukkanni barii garuu , hammeenya isa yaadefis, qulqullummaan kan yaadeefis tokkuma. Lameenu wayita bari’u kan harka isaanii akka argatan beekaaf , yeroo isaatti bari’ee , tokkof gammachuu isa kaaniif gadda uuma. Kan dukkana hamaa kana gara bariitti geessu, Umama obsaan eeggachuu jedhee kan ittii ciche ammo yeroo isaa eeggachuu barbaada.

DUKKANNI KAN HAMMAATU, GAAFA BARI’UF JEDHUDHA !!!!!.docx

“Gabrummaan ni Hammaata Yoo Harka Maranne” Faaruu WBO Warraaqsaa Dirree

OSA’s Appeal Letter to US Secretary of S tate John Kerry in A dvance of his Trip t o Ethiopia

Aside

OSA_QNewsletter_April2013
P.O Box 32391, Fridley, MN 55432
http://www.oromosudies.org

May 07, 2013

Secretary of State John Kerry
US Department of State
2201 C Street NW
Washington, DC 20520

RE: OSA’s Appeal Letter to US Secretary of State John Kerry in Advance of his Trip to Ethiopia

Dear Honorable Mr. Kerry,

I am writing this letter on behalf of the Oromo Studies Association (OSA), a scholarly organization established by Oromo and non-Oromo scholars to promote studies on and relevant to the Oromo people, the largest ethno-national group in the Horn of Africa constituting about 40% of the Ethiopian population. We have learned from the media outlets about your planned trip to Ethiopia to attend the AU summit in Addis Ababa (Finfinnee) from May 19 to 27, 2013. While we welcome your trip to Africa and appreciate the desire of the United States to actively engage in the continent, we are gravely concerned that your trip to Ethiopia and your contact with the Ethiopian authorities might be construed as your government’s endorsement of the minority TPLF-led Ethiopian government’s crimes against humanity and its continuous human rights violations against the Oromo and other peoples of the country. These crimes have been consistently and repeatedly well documented, among several other reliable sources, by the US State Department annual reports[1] on Ethiopia.

Your upcoming trip to Ethiopia comes at a time when the Ethiopian government authorities continue with their massive human rights violations under the cover of fighting terrorism by branding dissenters as “terrorists”; religious freedom is curtailed and thousands of Muslims are peacefully protesting every week demanding freedom of religion despite the fact that the government unlawfully prohibited any peaceful rally in the country; millions of Oromo farmers and other indigenous people are unlawfully and forcefully evicted from their ancestral villages and their fertile arable and grazing lands which have been their livelihood for centuries are given to transnational and Tigrayan investors; the freedom of speech and the freedom of the press have been suppressed.

Dear Honourable Mr. Kerry:

Our scholarly association has continuously appealed to the different offices of your government, requesting that the United States stop supporting the Ethiopian regime until it stops its human rights abuses. Some examples our appeals are:

  • On January 25, 2013, we have written a joint letter[2] to your predecessor, her Honourable Madam Hillary Clinton, for her to use her influence with the Ethiopian government and facilitate the release of all political prisoners and to take practical action to promote real democratic changes in Ethiopia. Furthermore, on the same day, we organized and held a protest rally of several hundreds of Oromo-Americans in front of the US State Department asking your government to stop supporting the minority ethnocratic regime in Ethiopia.

Ø In my position as the current OSA President, I have written four other appeal letters on the human rights violations by the Ethiopian government and a copy of each of these letters have been sent to your office or to the Office of President Obama. These letters can be found on the publications[3] page of OSA’s website.Ø My immediate past Presidents of OSA have also consistently written appeal letters to your government and to other international organizations (copied to your government) to bring to your attention the gross human rights violations and the multidimensional sufferings of the Oromos and other Ethiopians under the current ruling Tigrayan People Liberation Front (TPLF) minority regime in Ethiopia. These letters can also be found on the same publications[4] page of OSA’s website.The Oromo Studies Association (OSA) once again kindly ask you to use your trip to Ethiopia and to directly ask the Ethiopian authorities fulfill the following demands:

Demand the Release of Political Prisoners in Ethiopia

  1. olbanaOromo opposition politicians, Bekele Gerba and Olbana Lelisa ,were arrested in August 2011 after speaking with Amnesty International officials. They were sentenced with seven other Oromos in November 2012 to long prison terms under fabricated charges.

    Demand the release of Oromo opposition leaders such as Mr. Bekele Gerba, Olbana Lelissa, and seven other Oromo nationals, Welbeka Lemi, Adem Busa, Hawa Wako, Mohamed Melu, Dereje Ketema, Addisu Mikre and Gelgelo Gufa, who were convicted and later sentenced to long term imprisonment under the charge of “working underground to secede Oromia from the federal government” and other concocted charges after being kept in jail for more than a year. The two opposition leaders were arrested in August 2011 after speaking with Amnesty International officials and convicted on November 1, 2012.

  2. mesfintesfahunDemand the release of tens of thousands of Oromo and other political prisoners, some of which have been sentenced to death. To mention a few among the tens of thousands of Oromo nationals languishing in jail for being Oromos includeMesfin Abebe (civil engineer, sentenced to death in March 2010), Tesfahun Chemeda (civil engineer, sentenced to life in March 2010), Eshetu Kitil(Businessman and owner of the Hawi Hotel, sentenced to 12 years without parole in March 2010), Aberash Yadeta (female, sentenced to 12 years without parole in 2010), Wabe Haji(sentenced to 12 years without parole in 2010), and many, many others. Furthermore, about 200 Oromo youth were rounded up and arrested when they were peacefully celebrating the annual Irreechaa festival (Oromo thanksgiving) at Lake Arsadi, Bushoftu, Oromia. The pictures of some of the youth arrested on this festival pictures shown below.ijoolee
  3. Demand the unconditional release of 29 leaders of the Ethiopian Muslim community who were arrested between July 19 and July 21, 2012 and afterwards, including Chairman Abubakar Ahmed, Spokesperson Ahmedin Jebel and committee members Kamil Shemsu, Sultan Aman,Adem Kamil, Jemal Yasim and Meket Muhe, and others. You may not be aware that hundreds of Ethiopian Muslims are protesting on a weekly basis, non-stop for over a year, asking the government to stop interfering in their religious affairs and demanding the release of their spiritual leaders who have been unlawfully thrown into jail.

OSA’_appeal_letter_to_US_Secretary_of_State_John_Kerry_May_2013[final].pdf
OSA’_appeal_letter_to_US_Secretary_of_State_John_Kerry_May_2013[final].docx

Qeerroon Bilisummaa Diddaa Sirna Wayyaanee Dhageessisuu Itti Fufe

Caamsaa 07,2013 Finfinnee

Qeerroo OromiyaaQeerroon Bilisummaa naannoo Finfinnee jiraatan Irreecha Arfaasaa ilaalchisuun Caamsaa 07,2013 walitti dhufuun diddaa fi mormii sirna Wayyaaneef qaban walleen dhageessisan. Wallee warraaqsaa Sochiii Qeerroo faarsuu fi bilisummaa ummata ofiif jedhuun dhaamsa dabarfataa turan.Haala kana dhaamsuuf poolisoonni Wayyaanee heddumminaan itti bobba’an iyyuu diddaa fi iyyi dargaggoota Oromoo hammaachuu irraan Poolisoonni yeroof sodaan tasgabbaawanii akka jiran gabaasi Qeerroo addeessa.
Qabsoon itti fufa! Gabarummaan ni kufa!

 Sagaleen dhagahuuf as tuqa:- 

TVOMT: Gaafif Deebii Sheek Xaliilessaa Waliin waa’ee Waraana Oromo irrati deemaa jiruu hordofaa

Aside

Ummaanni Aanaa Anfilloo Humna Wayyaanee Waliin Wal Qabaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.

Aside

Caamsaa 09,2013 Dambi Dolloo
Armaan dura mootummaan wayyaanee humna ABOtu jira jedhuun naannolee Qellem keessattuu aanaa Anafilloo irratti bobbaasaa jiraachuun isaa beekamaadha. Haala kana qeerroon yeroodhaa gara yerootti gabaasaa turuun ni yaadatama.Akka gabaasaa dabalataa dhimma nageenyaa magaalaa Dambi Doolloo irraa dabalata addeessutti Caamsaa 5,2013 aanaa Anfilloo ganda Yattii hanga Gambeelaa gidduutti humni WBO humna gudddaan sosso’u argamee jiraachuu isaatiin,amma shakkii uummataa fi dargaggota gandichaa shakkuu irraan ergamtoota Wayyaanee kanneen tika ta’an qaama federaalaa irraa sakatta’a sababa jedhuun gara naannichaatti bobbaasuun beekamee jira.
Humni waraanaa fi tikaa ergaman kun humni WBO ummata keessa galee ummata ijaaruu dandaya jechuun humna waraanaa of duubaan hiriirsuun ona Anfilloo irratti babbaasaa jiraachuu mootummaa Wayyaanee ummata naannichaa dorsisaa fi hiraaraa jiraachuu gabaasi Qeerroo ona Anfilloo irraa addeessa. Ummanni Oromoo naannichaas gochaa Wayyaanee baroota 21 oliif naannicha irratti geessisaa jirtu kana hifachuu irraa kan ka’e balaaleffannaa isaanii cimisuun akka diddaa muldhisaa jiran gabbaasi dabalataa addeessa.

Ethiopia: Loss of Li ves and Displacement Due to Border Disp ute in Eastern Ethi opia

Aside

HRLHA FineHRLHA UrgentAction

May 7, 2013

The Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) would like to express its deep concern over the negligence of both the federal and regional governments in Ethiopia regarding the violence that has been going on for about six months against the Oromos in Eastern Hararge Zone of Oromia Regional State.

According to reports obtained by HRLHA from different sources, this government-backed violence that has been going on in the name of border dispute around the Anniya, Jarso and Miyesso districts between the Oromia and Ogaden regional states has already resulted in the death and/or disappearance of 37 Oromo nationals and the displacement of about 20,000 others. Around 700 different types of cattle and other valuable possessions are also reported to have been looted. The reports indicate that the violence has been backed by two types of armed forces (the Federal Liyou/Special Police and the Ogaden Militia) from the Ogadenis side, while on the side of the Oromos, even those who demonstrated the intentions of defending themselves in the same manner were disarmed, dispossessed and detained. Despite these facts, the reports also dissociate the Ogadeni nationals from the violence mentioning that they have never made claims of ownership of the piece of land in the name of which the government-backed violence has been taking place. HRLHA has also learnt that the said piece of land was demarcated and declared to be part of Oromia Regional State during the 1996 referendum. Read More:-

HRLHA UA May 2013.pdf