SBO Caamsaa 05 Bara 2013 Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2013/05/05052013sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qondaalonni Wayyaanee Yaaddoo Dargaggoota Oromoo Irraa Qaban Ibsatan. Aside Caamsaa 05,2013 Adaamaa Dargaggoota Oromoo Hojii Dhablummaan Dararuun Mallatoo Cunqursaa Wayyaanee Keessaa Tokko.Akkuma beekamu baay’inni barattoota barnoota olaanaa fi kolleejjiirraa eebbifamanii hojii dhabdummaan dararamanii yeroo irraa gara yerootti dabalaa adeema,kun kana ta’ee waan jiruuf sirna bulchinsa dadhabaa uummata rakkoof saaxilee fixaa jiru kana ni diiga jedhamee yaadama,kanneen caasaa Wayyanee hooggananis kanu dhugaa bahaa jiru.akkuma kanaan torbe kana leenjiin bulchinsa magaalota Oromiyaa mata duree liizii jedhu mootummaa naannoo bultii 15f kennamaa turuun ifaadha. Leenjii guyyaa 15f ture kana irratti Alamaayyoo Atoomsaa haasaa taasise irratti “Bartaan hojii dhabe humna ijaaru dhabe malee silaa nu nyaata”jedhe yaaddoo qabu waltajjiif ifatti ibsee jira.Walgahii Adaamaa fi Meettaa Roobiitti ta’e kana irratti qondaaloti Wayyaanee fi addattis Alamaayyoo Atoomsaa yaaddoo dargaggoota Oromoo irraa qabu gahaatti ibsuun hirmaattota beeksisanii jiru. Leenjii kana irratti kanneen hirmaatan hundi sochiin warraaqsa Oromoo daran jabaatee mootummaa kana yaaddessaa akka jiru gahaatti hubachuun gariin bifa fedheen Qeerroo Bilisummaa waliin ijaaramuu fi jabeessuutti murteeffachuu isaanii quunamtii garee sochii dargaggoota biyyoolessaa waliin godhan irratti beeksisanii jiru. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...