SBO Adoolessa 20 Bara 2014 Oduu – Dokumentarii Fiilmii wayyaaneen itti jirtu irratti gabaasa dhihaate – Gaaffii fi deebii Miseensa GS-ABO Jaal.Daani’eel Disaasaa waliin godhamee fi qophiilee biroo Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2014/07/20072014sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Mana Hidhaa Maa’ikelaawwii Keessatti Barataa Sabboonaa Bilisummaa Daammanaa Reebichaan Rakkina Hamaa Keessa Jira Aside Gabaasa Qeerroo Adoolessa 19,2014 Finfinnee Barataa sabboonticha Bilisummaa Daammanaa jedhamu mooraa Adaamaa Yuuniversitii irraa kan baratuu fi baree baranaa kan xumuruun eebbifamu yoo tahu Ebla 29/2014 guyyaa FDG mooraa Yuuniversitii Adaamatti tokkummaa barattoota Oromoo moorichaan mootummaa Wayyaanee dura dhaabbachuudhaan gaggeessaniin tikoota Wayyaaneen hiriyoottan sabboontota Oromoo nama 40 ol tahan waliin qabamanii torbanoota lamaa oliif bakka buuteen isaanii dhabamee ture irraa kaasee bakka tursan tursanii gara mana hidhaa Maa’ikelaawwii keessatti sabboonaa beekamaa fi barataa Yuuniversitii Adaamaa kan tahe Addnuyaa Keessoo waliin rakkina guddaa fi gocha suukkanneessaa waraana Wayyaaneetiin mana hidhaa Maa’ikelaawwii keessatti irratti raawwachaa tureera.Ammas gara jabinaan waan dhala namaa irratti hin raawwanne barataa Bilisummaa Daammanaa jedhamu kana irratti ammas irratti raawwacha jiru du’aa fi jireenya gidduutti argamuu isaa gabaasi qeerroo addeessa. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...