Mana Hidhaa Maa’ikelaawwii Keessatti Barataa Sabboonaa Bilisummaa Daammanaa Reebichaan Rakkina Hamaa Keessa Jira

Photo0249Gabaasa Qeerroo Adoolessa 19,2014 Finfinnee Barataa sabboonticha Bilisummaa Daammanaa jedhamu mooraa Adaamaa Yuuniversitii irraa kan baratuu fi baree baranaa kan xumuruun eebbifamu yoo tahu Ebla 29/2014 guyyaa FDG mooraa Yuuniversitii Adaamatti tokkummaa barattoota Oromoo moorichaan mootummaa Wayyaanee dura dhaabbachuudhaan gaggeessaniin tikoota Wayyaaneen hiriyoottan sabboontota Oromoo nama 40 ol tahan waliin qabamanii torbanoota lamaa oliif bakka buuteen isaanii dhabamee ture irraa kaasee bakka tursan tursanii gara mana hidhaa Maa’ikelaawwii keessatti sabboonaa beekamaa fi barataa Yuuniversitii Adaamaa kan tahe Addnuyaa Keessoo waliin rakkina guddaa fi gocha suukkanneessaa waraana Wayyaaneetiin mana hidhaa Maa’ikelaawwii keessatti irratti raawwachaa tureera.Ammas gara jabinaan waan dhala namaa irratti hin raawwanne barataa Bilisummaa Daammanaa jedhamu kana irratti ammas irratti raawwacha jiru du’aa fi jireenya gidduutti argamuu isaa gabaasi qeerroo addeessa.


					

4 responses

  1. Waa’ee barattoota hidhamanii yeroo gabaastan gahee isaan Qabsoo keessatti qaban dubbachuu barattoota kana basaauudha, qorannoorra osoo jiranii odeeffannoo dabalataa wayyaaneef kennuu yoo ta’e malee faayidaa hin qabu, ragaa irrattu bahuunis walfakkaata!

  2. Pingback: Mana Hidhaa Maa’ikelaawwii Keessatti Barataa Sabboonaa Bilisummaa Daammanaa Reebichaan Rakkina Hamaa Keessa Jira | kelbessac

  3. Pingback: Widespread brutalities of the Ethiopian Government in handling protests in different parts of the state of Oromia by peaceful demonstrators | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: