Caamsaa 19,2017/ Kutaa Finfiinnee harki caaluu sababa rakkoo ibsaa guddaa keessa akka jiran jiraattoonni finfiinnee gugunguumaa jiru,kutaa finfiinnee naannoo Addisuu Gabayaa naannnoo warshaa Karameellaa,naannoo Buraayyuu kattaa,naannoo lidataa Kookaa Mazooraa,magaalaa Sabbataa…kkf. Continue reading
Blog Archives
Abbaan Qabsoo Oromoo Eenyuu?
Aside
Abbummaa
Abbaa malee waa hin dhalatu; kun dhugaa namni martuu itti amanuuf itti walii galuudha. Namni tokko ammoo lafaa ka’ee mucaa hin dhalchineef abbaadha ofiin jechuun waan oodaati; hagam yoo ilmasaa taassifachuuf yoo carraaqe illee dhaamaatin isaa dafqa duwwaa ta’uun waan mara keenyaaf ifuudha.
Abbaan isa dhalcheedha, isa itti dhadhabeedha, isa itti xaareedha, isa itti dugdaa goophateedha.Malee lafaa ka’ee maqaa mararteen isa waamee ofitti qabe miti. Waa malee manni hin aaru jenna Oromoon. Anis kana waa malee hin kaafne. Jaarraa tokkoof walakkaa ol Oromoon Harqoota diinaa saggoo irra gadi taa’e ofirraa kaasuuf caba lafee hanga meelachuu hamileetti, sammuu dhabee hanga qullaa buusuutti, … qaama hir’atee hanga lubbuusaa dhabuutti ga’ee jiraan. Continue reading
Godina Shaggar Kaabaa Magaalaa Suluultaa Keessaa Artistooti Oromoo Sadii (3)Humna Tikaa Wayyaaneen Butaman
Aside
Caamsaa18_2017
- Dajanee Kaasaayee
- Mogoraa Jifaaraa
- Mohaammad Saayid kanneen Jedhaman weellistoonni sababa itti dhukkaamfamaanif yeroof hin beekamne,baandii opdo keessaa hojjechaa kan turan lafa jireenyaa fi miindaas kan qabani,yeroo adda addaattis waltajjii kan afeeramani ,isaanis gola Kenya qulquulleessina waan jedhan fakkaatu.
Magaalaa Jimmaa Keessatti Wayyaanonni Ergamtootashee Lakkisuu Lakkoofsa Manaa Haaraa Galmeesisaa Jiru.Qeerroon Jimmaas Diddaa Itti Fufe.
Aside
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 19, 2017
Aside
ABO Balaaleffadha Jechuun Wayyaanoti Conference Dubartootaa Sababa Jedhuun Walgahii Irratti Ololan.
Aside
Caamsaa 18,2017/Godina Arsii Aanaa Jajuu Magaalaa Arbooyyee keessatti Dubartoota maqaa koonfirasii Dubartootaa jedhuun wal gahii teessisaa jiru. Magaalaa Arbooyyee keessatti koonfiransii Dubartootaa jechuun itti gaafatamaan waajjira eegumsa fayyaa aanaa Jajuu Geetaahun Nugusaalam kaabinoota aanotarraa dhufan wajjiin ta’uun olola siyaasaa isaanii babal’ifachuuf dubartoota gandoota hundarraa walitti qabee wal gahii teessisuun.
Manneen keessan keessatti Abbootii manaa keessanii fi ujoolleen teessan humnoota badii jala deemudhaan kaayyoo Adda Bilisummaa Oromoo ABO galmaan gahuuf akka hin sochoone isin debartoonni gaheen guddaan maatii hoogganuu isin harka waan jiruuf akka maatii keessan gocha badiitirraa dhoorgitan yoo humna keessanii ol ta’anis mootummaa quba qabaachisuun akka karaa mootummaatin gorfaman godhuu qabdu ta’uu baannan maatiin keessan akkuma waggootan lamaan darbe argitan akkuma baheen isin jalaa hafuu danda’u hojiin isaanii Continue reading
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Caamsaa 18,2017
Aside
ONN : BANIINSSA ONN DR MOSISSA ATALANTA
Aside
Gabaasa Addaa Qeerroo
Aside
Murni shiftaa fi saamichaa fi aangoo qawween biyya Oromiyaa saamuun duroomte wayyaaneen torban kana keessa maqaa walga’ii kiraa sassaabdummaa jedhuun uummata Oromoo gidirsuuf karoora jabaa baafattee hojiirra oolchuuf qoophiishee xumurtee jiraachuun saaxilame.
Akka maddi oduu Qeerroo goleewwan Oromiyaa irraa nu qaqqabaa jiran addeessanitti sirni aangoo qawweetiin uummata Oromoo saamaa fi saamsisuun beekamtu murni hattuun Tplf maqaa walga’ii kiraasassaabdummaa jedhamu daa’effachuun torban tokkoof uummata Oromoo gidirsuuf qoophiishee xumurtee uummata oromoo godinaalee Oromiyaa mara keessa jiranis maqaa wal ga’ii kanaatiin afanffajjeessuuf ijaabaachaa jiraachuu qeerroon gabaase. Mootummaan sirna nama nyaattuu fi saamtuun abbaa irree Wayyaanee kan ilmaan Oromoof daqiiqaa tokkoof gara laafina hin qabne tuffii fi inaaffaan kan keessa ishee nagaa dhorke dur irraa kaastee hanga hanga har’aatti karaa ittiin ilmaan oromoo irratti bara bittaa ishee dheereffattu qopheeffachuun hojiishee idileedha.Waraanni nama nyaatuu sirna afaan qawween biyya oromiyaa saamuun kan duraayyuu caalaattii fardeeffamuun ilmaan oromoo nagaan ba’anii galuun hammaatee jira. Continue reading

