Godina Shaggar Kaabaa Magaalaa Suluultaa Keessaa Artistooti Oromoo Sadii (3)Humna Tikaa Wayyaaneen Butaman

Caamsaa18_2017

Godina Shaggar kaabaa magaalaa Suluultaatti weellistoota/Artistooti Oromoo sadii(3) humnan tikan butamanii jiru,weellistoonni kun:~
  1. Dajanee Kaasaayee
  2. Mogoraa Jifaaraa
  3. Mohaammad Saayid  kanneen Jedhaman weellistoonni sababa itti dhukkaamfamaanif yeroof hin beekamne,baandii opdo keessaa hojjechaa kan turan lafa jireenyaa fi miindaas kan qabani,yeroo adda addaattis waltajjii kan afeeramani ,isaanis gola Kenya qulquulleessina waan jedhan fakkaatu.
Ammaaf weellistoonni kun wajjira poolisii suluultaa jiraachuun beekameera.Kanas tadhe sana Orommuummaan yakka tadheera Sirna nama nyaataa kana biratti.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: