Akkuma beekamu mootummaan abbaa irree Wayyaneeerga FXG Oromiyaa keessatti dhowee kaasee ajjechaa fi hidhaa irraa duubatti deebi’ee hin beeku ammas haaluma kanaan uummata Oromoo mana hidhaatti guuraa jiraachuun ifaadha,lubbuu hedduun itti wareegamee jira,kumaatam aguddaadhan kanlakkaawamu lubbuu ilmaanOromoo bade jira. LolliLiyyuu Hail Continue reading
Blog Archives
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 23, 2017
Aside
SBO Caamsaa 24,2017. Oduu, ‘‘Ginboot 20’’ wayyaanee ilaalchisee qophii qophaa’e, Gaaffii fi deebii Dr. Gizaachoo Teessoo waliin taasisame kutaa lammaffaa fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa
Aside
“NU DHISAA” Irreessa Barattooti Oromoo Yuniversitii Bulee Horaa Kabajatan Irratti Mootummaan TPLF Tear-Gas Itti Gadhiise.
Aside
Ummata Oromoo Godina Harge Baha fi Lixaarraa Buqqifamanii Idoo Gara Garaa Qubsiifamanii Rakkoo Adda Addaaf Saaxilamaniif Gadduun, Hidhii Xuuxuun Furmaata Hin Ta’u.
Aside
Baarentuu Gadaa Irraa
Abbaa irree qawween nama fixu, hidhuu fi dararu akkasumas abbaa biyyaa afaan qabee saamu aariin keenya aangoo qabaterraa hin buusu. Isa hidhattoota abbaa irreetiin kufee fi dararameefis hidhii xuxun madaa isaa hin fayyisu, kan du’es hin galchu. Isa murna gabroonfataan saamamee beela, daaraa fi gadadoof saaxilameefis aariin, gaddanii hidhii xuuxuun akkasuma furmaata hin ta’uuf. Deemsi akkasii eenyuyyuu rakkoo keessaayis hin baasu. Keessumaa sirna abbaa irree akka Wayyaanee isa gateettii ummataatirratti daadee baase kana karaa nagahaatiin fala itti barbaaduun gongumaa waan hin yaadamnee dha.
Wayyaaneen waggoota 26n darbaniif ummattoota impaayeera Itiyoophiya keessa jiran keessumaa ummata Oromoorratti xiyyeeffattee yakkoota Continue reading
Riqicha-Gaaffii fi Deebii Addaa HD ABO, Ob Daawud Ibsaa -Kutaa 1ffaa
Aside
Qophii Qaanqee Show Caamsaa 19, 2017 Gaafi fi deebi Atl.Feyisa Lilesa waliin
Aside
Raadiyoo Simbirtuu Qophii Caamsaa 18,2017
Aside
Simbirtuu: oduufi qophii IMALAA. Keessummootni lama haalaafi amala HD ABOobbo Daawud Ibsaa ijoolummaarraa kaasee hanga lltummaa Eritrea demanii leenjihanii dirree seenaniitti kan beekan himu.Seenaa namoota hedduus ni tuttuqu.Akkatti Dr Nagaasoo Gidaadaa ABO keessaa bahanifii gahee Dr Haayilee Fidaa QUBEE UUMUU keessatti qaban eeraniiru caqasaa..
SBO Caamsaa 21,2017. Oduu, Qophii haala yeroo irratti hundaa’ee fi Gaaffii fi deebii Dr.Gizaachoo Teessoo wali in taasisame
Aside
Godina Arsii Aanaa Gadab Asaasaa Keessatti Ergamtooti Wayyaaneen Darggoota Qabachuuf Tattafataa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.
Aside
Caamsaa 19/2017 Godina Arsii Aanaa Gadab Asaasaatti Tiraaaktaroota Qonnaa Dargaggoota hojii hin gabne waldaalee 17n Ijaaramaniif Bulchiisi Aanaa Keennaa Bite jechuun dura taa’aan waajjira dhaaba OPDO Musxafaa Sheekaa Konkolaattota magaalattii keessa naannessisiisuun qalbiidargaggoota Aanichaa hatuuf sagalee gudfiftuun magaalattii keessaa olola oifsisaa ooluu maddeen oduu Qeerroo Gadab Asaasaa Gabaasanii jiru Continue reading

