Foyii Loli Qeerroo!

Aside

Damee Booruutiin

Tooftaa qabsoo bilisummaa keessatti walitt bu’iinsa diina wajjinii kan filatu nuyi warra humnaa fi meeshaa waraanaa guddaa hin qabne tahuu qaba.  Diina keenya yaroo barbaadnu, bakka barrbaanutti bakka hubuu dandeenyutti itti buu qabna.  Warri qabsoon bilisummaa malee akka tahe quba hin qaqbne meere waraanni keessan?  keessattuu WBOn isaa jira jedhanii yaroo waakatan dhageenya. Akka yaada namoota akkasiif utuu tahe WBOn jiraachuu isaa mirkaneef waraana TPLF kana dura dhaabbatee yaroo gabaaba keessatti  haxxaa’amuu danda’a.

Anaaf WBOn Qeerroo dha.  Qeerroons WBO dha. Kan uummata Oromoo wajjin dhaabbatee dhiiga isaa dhangalaasu hunduu WBO dha. WBOn (waraanni  bilisummaa Oromoo) xiqqaa fi guddaa, jaarsaa fi jaartii, diiraa fi dubartii, qeerroo fi qarree Oromoo  warra walabummaa Oromiyyaa argamsiisuuf of kennee wareegama qaalii baasaa jiru dha. Humna Oromoo kanatu mootumaa faashitii TPLF dhiiga ilmaan Oromoo waggaa 26 olii dhugaa turte hundee ishee raasee kan buqqisaa jiru. Gaafa Oromiyaan bilisa baatu hoccuu raayaa ittisa biyyaa tokkicha ufatee as baha. Continue reading

“Samamnee Hin Jiraanu,Gabroomnee”! Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Aside

Qophii Kaayyoo አማርኛ ፕሮግራም ከቀድሞ የቄሮ አመሪር እና መስራች አባላት ውስጥ አንዱ ከሆኑት አቶ ያሶ ካባባ ጋር በወቅታዊ ጉዳይ ላይ ያደረግነው ውይይት ክፍል ሁለት።

Aside

FEDERALISM AND THE URGENCY OF CO-EXISTENCE

Aside

By: Yared Terfassa

Image result for federalism in ethiopiaIn a recent posting on ZeHabesha website, Prof. Alemayehu G.  Mariam presented what he dubbed as his “provocative and thoughtful argument and analysis” of ethnic federalism. In his writing (titled “Win-Et: Understanding the Mind of the Mastermind of Ethnic Federalism,” December 25, 2017), the Professor expressed his interest to find collaborative solutions to the country’s ills, and extended a challenge to others to offer competing perspectives, ideas and views on the theory and practice of federalism. In response to such an invitation as well as out of a desire to counter the perennial veiled attack on the Oromo struggle for freedom and recognition, I will attempt to make a modest contribution here. Continue reading

SBO Amajjii 14, 2018. Oduu, Haasawaa HD ABO Jaal Daawud Ibsaa Sirna Kabaja guyyaa WBO Amajjii 1, 2018 Jiddugala Mooraa Leenjii ABOtti taasisan Kutaa 2ffaa fi gaaffii fi deebii Artistoota Miseensota WBO waliin taasifne Kutaa 6ffaa.

Aside

Gabaasaa Addaa Saamicha Lafa Qabiyyee Uummataa!!

Aside

No automatic alt text available.Mootummaan Wayyaanee Godina Jimmaa Aanaa Limmuu Saqqaatti Uummata Oromoo Abbootii Warraa 208 Ol Irraa Lafa qabiyyee isaanii 315 heektaara fudhachuun Qe’eef qabeenyaa malee uummata hambisee rakkoo ulfaataaf saaxilamani jiru.
Uummata Oromoo Godina Jimmaa Aanaa Limmuu Saqqaa Abbootii Warraa 208 Irraa Mootummaan wayyaanee Lafa Qabiyyee isaanii Hektaara 315 humnaan fudhatame Uummaanni Mana Murtii Oromiyaatti Himannaa Dhiyeeffatanii Manni Murtii Oromiyaa Uummataaf Murteessinaan Bakka Bu’oonni Dhaabbata Mootummaa Wayyaanee ol iyyaannoo Mana Murtii Federaalaatti Dhiyeeffachuun Murtiin Manni Murtii Oromiyaa Uummataaf Murteesse Deegamee Manni Murtii Federaalaa Wayyaanee Uummatatti Murteessuun Uummata Oromoo lafa Qabiyyee isaa dhabsiise jira. Murtiin dabaa kun ji’oota darban keessa uummata keenyarratti kenname.
Uummata Oromoo Aanaa Limmuu Saqqaa irraa Maqaa Qonnaa Jallisiifi tajaajila adda addaaf barbaadna jedhuun Lafa heektaara guddaa hangana gahuu kanfaltii beenyaa tokko malee qonnaan bultoota Oromoo irraa fudhachuun hagabsaa jiraachuu Qeerroon gabase.
Qonnaan bultootni Kun korporeeshinoota wayyaanee ijaaramanii Uummata Oromoo Saamuu qofaaf Oromiyaa keessaatti bobbaafaman kanneen akka :
-korporeshinii Sukkaara Itoophiyaa Continue reading

Gadda Guddaa!!

Aside

Image may contain: one or more people and people standingQeerroon Oromoo jaalatamaafi Kabajamaa Sabboonaa Oromoo Dargaggoo Dajanee Dassuu Gabbisaa balaa konkolaataa akka tasaa isa mudateen kan Wareegame ta’uu Maddeen Qeerroo Mogor gadda guddaa itti dhagaahame ibsatan.
Qeerroon Oromoo Dajanee Dassuu Gabbisaa waan akkaan nama gaddisiisuufi onnee ummata Oromoo madeessudha.
Qaroo ummataa, Qeerroo kana du’aan of biraa dhabuun keenya gadda guddaa sammuufi onnee ummataa keessaa hinbaane akka tahe ummatuma isa beekutu ragaadha. Gadda, gadda caalu ture…!
Dajaneen Sabboonaa, Qabsaa’aa Qeerroo Oromoo Sochii Warraaqsa Biyyooleessa Oromiyaa FXG finiinsaa jiran keessaa nama tokko yommuu tahu, ummata Oromoo biratti kabaja, naamusaafi amala hayyummaa qabaachuun nama beekamuudha.
Dajaneen balaa konkolaataa Amajjii 10/2018 isa muudateen lubbuun isaa dabartee ummataafi kaayyoo isaa irraa gargar bahuun guyyaa kaleessaa Amajjii 11/2018 sirni awwaalchaa lafa dhaloota isaa Mogoritti bakka hiriyootnifi ummatni Oromoo heddumminaan argamanitti raawwatee jira.
Continue reading

Faaruu Hidhamtoota Oromoo Amajjii 2018

Aside

https://youtu.be/bSFTfGfedb8

Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Amajjii 12,2018

Aside

Continue reading

Qophii Kaayyoo አማርኛ ፕሮግራም ከቀድሞ የ ቄሮ አመሪር እና መስራች አባላት ከሆኑት ውስጥ አንዱ ከሆኑት ያሶ ካባባ ጋር በወቅታዊ ጉዳይ ላይ ያደረግነው ክፍል አንድ

Aside