SBO Fulbaana 18,2016. Oduu, Gaaffii fi deebii Artist Zarihun Wadaajoo kutaa xumuraa fi qophii haala yeroo irratti hundaa’e Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2016/09/18092016sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Aside Dhaadannoo Ayyaana Irreecha Bara 2016 “Ayyaana Irreecha Guddicha Bu’aa Qabsoo Bilisummaa Oromoon Argamee As Gahe Qabsoon Kunuunfanna” Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname. Ayyaanni Irreechaa kabajamaa fi jaalatamaan uummata Oromoo miliiyoona kudhanootaan kan kabajamu bu’aa qabsoo bilisummaa Oromoo wareegama qaalii lafee gootota Oromoo fi dhiiga gootota Oromoon tikfamee hardha ga’ee , yeroo ammaa kanattis ayyaana Irreechaa fi aadaa Oromoo kunuunsanii tiksuun dhalootaaf dabarsuuf gootonni Oromoo wareeegama qaalii itti baasaa jiru. Baroota darban keessa ayyaana Irreechaa kabajuuf jecha ummanni Oromoo fi sabboontotiin hedduun waraana Agaazii fi Poolisoota sirna TPLFn hedduu dararamanii jiru, gariin qabsaawotaa fi dargaggoonni Oromoo bakka irreecha kabajatanii fi kabajuuf deemanitti reebamuun kanneen qaamaa hirdhatan hedduu dha. Warri hidhamanii hanga ammaa bakka buuteen isaanii wallaalalme dhibbootaa hedduu dha. Kanas ta’ee gootonni Qeerroo Bilisummaa hiraarsa kora bittinneessaan osoo hin jilbeeffatiin ayyaana Irreechaa Oromiyaa bakkoota adda addaatti kabajamu sirna miidhagaan kabajachuun aadaa Oromoo aduunyaatti muldhisaa turan. Haalleen dararaa fi gufaatii sirni Wayyaanee TPLF ummata keenya irraan gahu hunda keessa qaxaamuruun bu’aa gootota wareegamanii kan ta’e Ayyaana Irreechaa kana daran midhagsuu fi aduunyaatti muldhisuuf har’a sadarkaa UNESCO itti galmaa’aa jiraachuun qabsoo Oromootiif injifatnoo tokko. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...