Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Fulbaana 8, 2016 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO: Fulbaana 09 bara 2016. Oduu, Iyyannoo Hidhamtoota Oromoo Mana Hidhaa Qaallittii Keessa Jiranii fi Gaaffii fi Deebii Artiist Zarihun Wadaajoo waliin taasifame. Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO: Fulbaana 09 bara 2016. Oduu, Iyyannoo Hidhamtoota Oromoo Mana Hidhaa Qaallittii Keessa Jiranii fi Gaaffii fi Deebii Artiist Zarihun Wadaajoo waliin taasifame. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2016/09/09092016sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Magaalaan Naqamtee Waraana Agaazii Wayyaaneen Jeeqamaa Jirti. Aside Fulbaana 8,2016 Warraaksi biyyoolessaa diddaa gabaa lagachuudhaan wal qabatee torbee kana magaalaa Naqamtee fi naannoo ishee keessatti daran jabaatee itti fufuurraan kan ka’e mootummaan gabroonffattuun Wayyaanee rifannaa guddaa keessa seenuudhaan uummata magalaa Naqamtee fi naannoo ishee irratti dhukaasa banaa jira. Hanga ammaattis dhukaasa mootummaan gabroonffataan Wayyaanee uummata gaaffii mirgaa gaafachaa jiru irratti bansiiseen lubbuun namoota lamaa irbaata rasaasaa ta’e akka jiru bira ga’amee jira. Kanneen du’an keessaa kan maqaansaanii nu ga’e: 1,Eebbaa waaqjiraa Bakka dhalootaa magaalaa Siree akka ta’es bira ga’amee jira. Haaluma Kanaan Yeroo ammaa kanas mootummaan Wayyaanee lafa seentu dhabdee oliif gadi waraanashee uummata magaalichaarra naannessuudhaan uummata doorsisaa jirti. Gidduuma kana dargaggoonni magaalaa naqamtee sabboontota ta’anis mana hidhaatti akka darbataman bira ga’amee jira. Kanneen keessaa: 1,Dargaggoo heenok Tananyee 2.dargaggoo muluqan bootee. 3 Dar.Qaaluxee. 4.Dar.Taakuu shitayee yeroodhaf maqaa abbaa issanii baruu hin dandeenye. Dargagooni kun gidduuma kana poolisota federaalattin marfamanii magaalaa naqamtee keessaa naannoo bakka jaamaa jedhamuu butamanii achi buuteen isaanii dhabamee jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...