Konkolaataan tokkoyyuu magaalaa Naqamtee keessa oliif gadi imalaa hin jiru. Suuqiinis manni nyaataas hunduu cufamanii jiru.
Mootummaan gabroonffattuu murna bicuu Wayyaanees naasuu guddaan shororkooftee uummata suuqii fi mana nyaataa irra deemuun doorsisaa jirti.
Uummannis sodaa tokko malee diddaa mootummaa Wayyaaneef qabu duula gabaa lagachuutiin mirkaneessaa jira.
Daily Archives: September 7, 2016
” Irrraa Hin Bitiin, Itti Hin Gurguriin ” Hawwisoo Qeerroo Sochii Gabaa Lagachuu Bara 2014 .
Aside



