SBO Sadaasa 19 Bara 2014

Aside

Oromoonni 160 Mana Hidhaa Shaggar Lixaa, Amboo Keessa Jiran Gaaffii Mirgaa Kaasuu Irraan, Hojii Humnaa Hojjechuu fi Nyaataan Akka Miidhan Taasifame; Nama 10n Irrattis Reebichi Hamaan Raawwatame.‏

Aside

Odeessa Qeerroo Shaggar Lixaa, Amboo Sadaasa 18,2014.
Oromoonni gaaffiilee mirga Oromoo utubu gaafattan sababa jedhuun Oromumaan yakkaman 160 mana hidhaa Shaggar lixaa magaalaa Ambootti hidhamani jiran
guyyaa gaafa SadaaBecause I am Oromosa 16 fi 17,2014 gochaa mootummaan Wayyaanee hidhamtoota Oromoo irratti raawwatu balaaleffachuu dhaan mana hidhaa jiran keessatti fincila jabaa ta’e kaasuun jeeqamsi loltootaa fi hidhamtoota jidduutti ka’e salphaa hin turre. Haala kanaan Oromoota 10 sababaa fincila kana duuba jirtu jedhuun reebichi akkaanii irratti raawatamee miidhaan guddaa irra gahee jiraachuu Qeerroon Ambo irraa gabaasa. Oromoonni loltoota Wayyaaneen akkaan reebaman kun miidhaan jabaa waan irra gaheef haala yaaddessaa keessa jiraachuun gabaafama.

Akka gabaasaa Qeerroo itti ilmaan Oromoo mana hidhaa magaalaa Amboo keessatti hidhamani jiran kan dhiyoo hidhamani jiranis tahe kan yeroo hedduu mana hidhaa kana keessa turan ji’oota muraasaa asitti mootummaan Wayyaanee hojii humnaa guyyaa guyyaa hojjechiisuudhaan, itti dabaluudhaan ammoo nyaata sirna qabeessaan akka hin arganneef irraa kutuudhaan miidhaa gurguddaa irraan gahaa ture, haalli hidhamtoota kanatti cimaa dhufuudhaan guyyoota lamaan kana hidhamootni 160 ol tahan fincila mana hidhaa keessatti kaasan.

SBO Sadaasa 19 Bara 2014

Aside

Irreechi Malkaa Araaraa,Wallagga Naqamte Irratti Kabajame

Aside

Sadaasa 16,2014 Wallagga Naqamtee irratti gaggeeffame.
Irreechi barana Sadaasa 16/2014 Malkaa Araaraa irratti tahekan Wallaggaa Leeqaa Naqamtee irratti taasifame uummata lixa shagarii fi Wallagga magaalaa Naqamtee fi barattoota yuuniversitii fimanneen barnootaa garagaraa guutummaatti kan hirmaachiseedha. Waggoota tokko dura kan gaggeeffame baayinniuummataa kan baranaa dachaadhaan akka dabale uummata kumaatama hedduudhaanlakkaawaman hirmaachise jira.
Buufata malkaa kanatti Qeerroon sirboota qabsoo garagaadhageessisee jira,keessattuu dhaadannowwan:
– Qaroon oromoo ABO dha.
– Yaa oromo mirgakeef ka’ii falmadhu
– Nuti oromoodha, nuu haa beekani.
– Oromiyaan ni bilisoomti kan jedhuu fi sirbootniqabsoo hedduun uummata kakaasuu fi sirboota qabsoo qeerroodhaan sirbamankeessatti poolisoota kan hirmaachise uummata waliin sirboota Qeerroo irrattihirmaachuudhaan haala nama boonsuun kan gaggeeffameedha.
Akkuma olitti ibsuuf yaaleetti uummanni jiraattootni garashawaa lixaaa jiraatan hunduu ayyaana irreechaa malkaa Araaraa kana irratti kanargamaniidha. Irra caalatti barattoota
yuuniversitii fi koollejjii akkasumamana barumsaa sadarkaa garagaraa magaalaa Naqamtee, Siree,Baakkoo fi kkf niinkan dhuunfatameedha. Sochii qeerroodhaangodhame keessatti humni waraanaa poolisoonni jiran hunduu uummata waliin haalahoo’aadhaan guyyaa kana kan kabajanii oolanii fi dhaadannoolee uummata oromoofwaamicha taasisu, uummata kakaasan irrattillee kan hirmaatanii jiraniidha,uummanni hunduu kan irreecha kana irratti argaman nageenyaan bahee
guyyaakeessa sa;a 7:30 irratti gara qe’ee isaatti kan galeedha. Guyyaa irreechaMalkaa Araaraa kana ilaalchisee gabaasa dabalataa isiniin geenya, waraabbiiqabnuuf haala mijeessinee isiniin geenya, nu eeggattu!

Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa..na dhiisi jennaan na didde Wallisaa Biiniyaam G. /Clip Jalqabaa,

Aside

Nairobi Kenya Keessatti Sadaasi 9 Guyyaan FDG Sirna Howwaa Taheen Hawaasa Oromoon Kabajame.

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, November 17, 2014

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Qophii Sadaasa 17, 2014

Aside

Qeerroo Edit

 

Intensifying Mass Arrest, Torture, and Killing will Only Inflame Struggle of for Freedom

Statement of Qeerroo Bilisummaa on Continued Arrest and Conviction of Oromo Students from Various Zones of Oromia

November 16, 2014

It is to be recalled that tens of thousands of Oromo nationals in general and Oromo students in particular have been arrested and severely tortured by the TPLF-led Ethiopian regime over the last few months in connection to a series of Oromo student protests which broke out in large scale and spread out throughout Oromia beginning the month of April, 2014. These protests, organized and led by the National Youth Movement for Freedom and Democracy (aka Qeerroo Bilisummaa), are just one incident in a series of continued struggle of the Oromo nation for freedom, democracy, and justice over the last 23 or so years. Hundreds have been gunned down by live bullets by the so called Agazi troops of the regime in the months of April and May, 2014. In addition to those who have been shot and killed during the protests, many have lost their lives in prison cells unable to stand the brutal torture. Many others have simply disappeared. Qeerroo Bilisummaa believes that those who disappeared have been killed and their bodies hidden – a practice repeatedly perpetrated on the Oromo prisoners by this regime.

On July 7, 2014 Qeerroo Bilisummaa has compiled a list of 61 Oromos killed and 903 others rounded up and thrown into jail during the April/May Oromo student protests of universities, colleges, high schools, middle schools and other educational institutions. Our evidence indicates that all those who have been arrested have undergone through intense interrogation which involved severe and brutal torture. Many have lost their lives due to the severe torture. For example, a 2nd year Computer Science Oromo student of Haromaya University, Aslan (Nuradin) Hasan, was killed as a result of extended torture in prison on June 04, 2014. On the same day a 10th grade student, Dawit Wakjira, was arrested and beaten to death in Anfillo district, Qellem Wollega zone. Again on the same day a young high school teacher, Magarsa Abdissa, was beaten and killed in Gulliso Prison, West Wollega zone. The fact that these three young Oromos are known and reported to have been beaten to death on the same day, from different parts of Oromia, is a testimony that prisons in the empire are not safe places under this regime. It has to be noted that many other killings that occurred in the prison cells remained hidden as it is extremely difficult and risky to compile reports of such brutal killings under tight security machinery of the regime.

Number of Oromos ChargedThe arrests and tortures have continued non-stop. More and more are being arrested before those who are in jail are released or brought to court. Many of those who survived the torture will remain incarcerated, without any charge, until they confess the accusations brought against them. On many other prisoners, concocted charges and false witnesses have been prepared and they are brought to the kangaroo court of the regime to pass a long time sentence on them so as to legitimize their prison term. Everybody who pays close attention to how the judicial system of the regime operates knows for sure that the so called “court” of the regime is just a place where a fictitious drama is performed. Qeerroo Bilisummaa believes no justice is expected from the so called “court” of the current Ethiopian regime at any level.

In this brief statement the data collection team of Qeerroo Bilisummaa has compiled a list of 183 Oromos, from 6 different zones of Oromia, mainly students, on which the regime has finalized its trumped up charges in order to pass a “guilty” verdict on these young innocent Oromo students and others and sentence them to several years of prison. The main content of the charges brought against them is “having connection with the Oromo Liberation Front (OLF)” and “participating on the public protest against the government”. These Oromo students and other Oromo individuals are in addition to several hundreds of prisoners Qeerroo has reported in the last few months and our reports indicate that they are going under severe torture and they are denied food, health care, closing and basic needs to sustain their lives.

Qeerroo Bilisummaa strongly demands that the Ethiopian regime drop all charges against these Oromo nationals and tens of thousands others and release them immediately and unconditionally. We would like to reiterate that we the Oromo youth Qeerroo will not sit and be silent when part of our body is bleeding. The Ethiopian regime should realize that intensifying arrest, torture and killing will only inflame the struggle of the Oromo people for their right. More oppression doesn’t lead to submission. It rather breeds more dissenting voices. We are certain that eventually the Oromo and other oppressed nations and nationalities will bring down this criminal regime and justice and freedom will prevail. Read Full Statement:- Continued Arrest and Conviction of Oromo Students from Various Zones of Oromia 

Yaadannoon FDG bifa addaatin kabajamuu fi kabajamaa jiraachuu, dhaadannoolee Oromoota kakaasanii fi diinaaf gaaffii taate maxxansamuu Qeerroon hubachisse !

Aside

45Yaadannoo FDG Sadaasa 9, 2005 waamicha qabsoo fi mormoii karaa nagaatiin uummanni mirga isaa eegsifachuu danda’u akeekuun ABO godheen sochii uummanni biyya keessaa addattuu barattoonni Oromoo gaggeessaniin lubbuun sabboontota Oromoo hedduun du’aan gaaga’ameera, hidhamaniiru, ariiyatamaniiru, dararamaniiru, qabeenya saamamaniiru, gochaa suukkaneessaan dhala namaatiif hin malle marti mootummaa abbaa irraa Wayyaaneen raawwatamaniiru. Kun hanga ammaatti hin dhaabbanne, ajjeechaan fi dararamni bifa hundaanuu itti fufee jira. Kun ammoo Qabsaawota, humna QBO Qeerroo Bilisummaa qabsoo finiinsu dhalche male gaaffii abbaa mirgummaa Oromoon qabatee ka’e kan dhaabu mitii taakkuu tokko illee boodatti hin deebisne.

Dhaadannoo.docx