Qeerramsii fi Re’een Waliin ni Jiraatuu??! Dhaamsa Cimaa/ Daawitee Mokonon Aside http://youtu.be/EkAdHmVYXhM Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Wayyaaneen EPRDF Waraana Isaa Irraa Amantaa Dhabuun Caasaa Haaraa Ijaaraa Jiraachuun Gabaafame. Aside Onkoloolessa 11,2013 Finfinnee Mootummaan Wayyaanee waraana isaa irraa amantamummaa dhabeen caasaa waraanaa haaraa hojii dhabdootaa fi dargaggoota Habashaa amanamtoota tahan baajata hedduu ramadee ijaaruuf karoorfatuun isaa saaxilame Mootummaan EPRDF Wayyaanee keessi isaa erga burkutaa’uu eegalee bubbulee jira. Haalli kun daran jabaachuun waraanaa fi amanamtoota Wayyaanee yeroo dheeraa hammachaa dhufe. Waraana mootummaan wayyaanee ittiin uummata miidhaa ture hammachaa dhufuun mootummaa wayyaanee hedduu yaaddessaa jira. Mootummaan Wayyaanees kana dura dhaabbachuuf caasaa waraanaa haaraa dhalootaan habashaa tahanii fi dargaggoota Oromoo hojii dhabdummaan rakkatan mallaqaan gowwoomsee ijaaruuf baajata hedduu ramaduun karoorfatee jira. Ilmaan Oromoo waraana mootummaa Wayyaanee keessatti argamtan shira diinaa kana dura aanuuf hojiin hangaftummaan hojjechuun isin barbaachisu jaarmaya keessan jabeeffachuu dha. Qeerroon shira mootummaan wayyaanee wixinu hanga dhumaa dura dhaabbachuuf wareegama kamuu akka kaffalu addeessa. Ilmaan Oromoo martis shira diinaa waanjoo garbummaa bara baraan fe’uuf Wayyaaneen qopheeffate dura akka dhaabbattan qeerroon waamicha dabarsa. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Hojjettootni hidha Abbayyaa gaaffii dabalinsa miindaa gaafataniin deebii hatattamaa waan dhabaniif hojii gadhiisuu irratti argamu. Aside Onkoloolessa 11,2013 Finfinnee Gaaffiin dabalinsa miindaa Impaayera Itoophiyaa keessatti jabaachaa dhufuun isaa beekamaa dha. Haalli kunis kan daran jabaate hojjettootni hidha Abbayyaa guutummaan dabalinsa miindaa gaafatanii jiran. Mootummaan Wayyaanee gaaffii isaanii kanaaf deebii hatattamaa laachuu waan dideefis hojjettootni hidha Abbayyaa kunneen hojii gadhiisuu irratti argamu. Haala kanaan Hanga ammaa hojjettootni 200 ol tahan hojii dhaabuudhaan gadhiisanii jiran. Rakkoon fayyaas hojjettoota hidha kanaa mudachaa kan ture yeroo ammaas daran jabaatee jira. Waardiyootni hidha kanaa poolisoota federaalaa tahanis hojjettoota waliin rakkoon mudachaa jiru akka hiikamu gaafachuun hatattamaan hin hiikamu taanaan hojii dhaabuuf murteessuu isaanii beeksisaniin jiran. Jala deemtotni Wayyaanees gocha kanaan kan dhiphatan yoommuu tahu, hojiin hidha kanaas laamsha’uu irratti argama. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Raadiyoo Simbirtuu fi Seife Nebelbal Onkoleelessa 10,2013 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...