Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ)Qophii Mudde 1,2016

Aside

FXG Barattoota Yuniversitii Wallaggaa Itti Fufuu Irraan Kan Ka’e Barattooti Hedduun Waraana TPLFn Qabamaa Jiru.

Aside

img_20161130_080519Mudde 1,2016, Fincila xumura garbummaa ji a kana guutuu mooraa Yuunversiitii Wallaggaa keessatti finiinaa jiruun wal qabatee baratoonni Oromoo Yuunversiiticha keessaa butamanii ukkaamffamaa akka jiran oduun qeerroo moorichaarraa miliqxee nugeesse ifa gooti.
Mootummaan sirni kufaatii sirni bittaa isaa jala ga,e fincila xumura garbummaa guutummaa oromiyaa keessatti finiinaa jiruun rifaatuu guddaa keessa seenuudhaan waan qabee gad lakkisu walaaluun ilmaan oromoo oromummaa isaaniif quuqaman mooricha keessaa butee dhabamsiisuu itti fufee jira.
Warraaksa biyyoolessaa yuunversiitii wallaggaa keessatti finiinaa jiruun wal qabatee baratoonni oromoo maqaa fxg mooraa yuunversiitii wallaggaa keessatti finiinaa jiru isintu qindeessaa jira jedhuun mooraa yuunversiitichaa keessaa butamanii achi buuteen isaanii dhabamaa jira.
Hanga ammaattis guutummaa mooraa yuunversiitii wallaggaa keessaa sababii oromoo ta,an duwwaaf yakkamanii mooricha keessaa butamanii kan dhabaman baratoota saddet yemmuu ta,an baratoonni afur immoo mooricha keessaa butamanii akka hidhamaniif barbaadamaa akka jiran beekamee jira. Continue reading

SBO: Muddee 02 bara 2016. Oduu, Galmee Hambaalee UNESCO irratti galmaahuu Sirna Gadaa irratti gabaasa qindaa’e Akkasumas Sirna Eebbaa gartuu ogeeyyii fayyaa miseensota WBO barumsarra turanii ilaalchisee gabaasa Addaa qophaa’e.

Aside

Wallee Warraaqsaa Qeerroo Bilisummaa wellisaa Fandishaa Abdii

Aside

Jimmaa Yuunibarsiitii Mooraa Kitoo Furdisaa Keessatti Doorisiti Waraana Wayyaanee TPLF Daran Hammaachuun Beekame.

Aside

Sadaasa 30,2016
Mormiin guddaa mooraa Jimmaa Yuunibarsiitiitti erga finiinee asitti sabboontotni ilmaan Oromoo haala akkaan ulafaataa keessatti dararaa
hammaataa mana hidhaa Xoollay keessatti irra dhaqqabaa jira.Gama biraan barattoota hedduu torbee darbe humna Command Post n qabaman
eessa buutee isaani hamma ammaa hin baramin ka jiru yoo ta’u.Barattoota hafani doorsisuun hidhannoo guutuun keessa socho’anii
hidhuun akkan gadi jabaatee jira.
Odu biraan Wallagaa Yuunibarsiitii keessatti barattootni humna hidhannoon socho’u dura dhaabbatanii erga mormii dhageessisanii asitti haalli sochii achi keessa Oromoo yoo taatee qofaaf hanga reebamuuf ukkanfamuu waan na m geessisuuf yaaddeessaadhaa jedhu

Warraaqsi FXG Mooraa Yuniverstii Wallaggaa Keessatti Itti Fufee Jira.

Aside

qeerroo1Sadaasa 29,2016 Warraaksi biyyoolessaa mooraa yuunversiitii wallaggaa keessatti hidda gadi jabeeffachuun gootowwan qeerroo mooraa yuunversiitii wallaggaatiin finiinuu itti fufee jira.
Mooraan Yuunversiitii Wallaggaas hoomaa federaalaan dhuunffatamuun baratoonni jumlaan reebamuu fi hidhamaa akka jiran beekamee jira.
Humni federaalaas sadaasa 29 halkan keessaa naannoo sa,a 7:30 irratti  baratoota moorichaa kanneen damee fb baratan doormii itti cabsuudhaan reebicha humnaan olii baratoota moorichaa irratti raawwachaa bulee jira.
Reebicha humni federaalaa baratoota moorichaa irratti gara laafina tokko malee raawwachaa bule kanaanis baratoonni moorichaa heeddumminaan miidhamanii akka jiran beekamee jira.
Diddaa mooraa yuunversiitii wallaggaa keessatti finiinaa jiru kanaan wal qabatees baratoonni moorichaa sababii oromoo ta,an duwwaaf mooricha keessaa heeddumminaan butamanii achi buuteen isaanii dhabamaa akka jiru maddeen keenya qeerroo mooraa yuunversiitii wallaggaa irraa nuqaqqaban ifa godhanii jiru Warraaksi mooraa yuunversiitii wallaggaa keessatti dhohee kunis magaalaa naqamtee keessatti no baballata sodaa jedhuun mootummaan garboonffataan wayyaanee sadaasa 30/11/2016 guutummaa yuunversiitii wallaggaa fi naannoo ishee irratti humna federaalaa jumlaan dabaluun baratootaa fi uummata naannoo sanaa doorsisaa akka jiru bira ga,amee jira.

SBO: Sadaasa 30 bara 2016. Oduu,Gabaasa Sirna Yaadannoo FDG Waggaa 11ffaa Konyaalee ABO Kutaa Kanaadaatti gaggeeffame irratti qindaa’e fi Qophii Haala Yeroo irratti Fuulleffatu Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo(SQ) Qophii Sadaasa 29, 2016

Aside

Ethiopia: State of Emergency, the Empire of Chaos in Oromia

Aside

HRLHA  Urgent Action

HRLHANovember 27, 2016

The deadly protests that have rocked Ethiopia over ten months (November 2015- September 2016)  led by “Qeerroo Bilissummaa” literally, youth  for freedom against subjugation, dramatically changed  the peaceful protests into violence after the tyrannical government mercilessly massacred over 700  Oromos at the Irrecha Festival,  Oromo Thanksgiving Day on October 2, 2016.  The tyrannical government of TPLF/EPRDF declared a state of emergency on October 8, 2016 to cool down the anger of the nation. However, the  declaration of a six-month state of emergency could not stop the Oromo nation from protesting. Killings, rapes, and the detaining of Oromos by the killing squad Agazi force continued unabated .  Jima University students once again reignited peaceful protests on November 20, 2016  complaining that security forces entered campus at night to make arrests. Many  students were taken from their  campus dormitories and  their whereabouts are not known. The Jima University  students demanded to know about their fellow Oromos.

Background of Oromo Youth for Freedom against Subjugation

Continue reading

ODUU GAMMACHIISAA!! OROMO TV NETWORK!!

Aside

Continue reading