SBO: Muddee 04 bara 2016. Oduu, Gabaasa haala Warraaqsa FXG irratti qindaa’e fi Qophii olola ergamaan wayyaanee LAMMAA MAGARSAA lallabaa jirurratti xiyyeeffatu.

Aside

“Jaarsi Biyyaa Dhibeera” Hayyuu Sabaa Faarfataa Tolawaaq Eliyaas

Aside

Yeroo Ammaa Kana FXG Dhaabuuf Jecha Tooftaalee Wayyaaneen Fayyadamaa Jirtu.

Aside

Sadaasa 3,2016
Warraaqsa Uummataan finiinfamaa jiru dhaabuu oggayyu dandeettii qabduun,waan qabdu maraanuu warraaqsa bishaan itti naquuf hojii guyyaa guyyaan hojjetaa jirtuun Wayyaanee waan qabaneessaa jirtu fakkaatullee ittuu jabeessaa jirachuun himame.Haaluma kanaan mooraa Yuunibarsiitiif guutummaa Oromiyaa keessatti duula Uummata keenya Uummata Oromoorratti Bantee Jirtuun Continue reading

Biyya Oromoo -Oromiyaa

Aside

   Noolee Buttaatiin.

oromiyaBiyyi Oromoo barreeffamaan jaarraalee hedduu dura kan beekamtuu fi Qaroominni Kuush tan gaafa Afirkaa keessa jirus dhamaatii uummata Oromoo ragaalee fi hambaawwan seenaa Oromoo ni mirkaneessu.Biyyi kun Qorattoonni hayyoota amantaa Musliimaa fi Kiristaanotaa utuu hin hafin, namooti sabboonummaa Oromoo qaban kan akka Abbaa Gammachiis fi diinoti Oromoo utuu hin hafin biyya Oromoo jedhanii barreesanii darbaniiru.

Taatullee giti ergamtoota nafxanootaa fi diinota Oromoo biyyi Oromoo shira hayyooti Oromoo dhawan malee biyyummaan Oromiyaa kan addi bilisummaa Oromoo uumee isaanitti fakkaata.Oromiyaan biyyadha biyya dheedhii fi bilchaataa baddaa fi gammoojjii,gaaraa fi gooda/dakee qabdu,qilleensa mijataa qabdu fi biyya bulchiinsa mataa ofii kan t’ee fi Afirkaanota mara boonsuu danda’u SADOO GADAA of keessaa qabdu ta’uushee eenyu diinota Oromoo fi Oromummaan yaaddoo itti ta’e kanatti hima laata? Continue reading

Qophii KAAYYOO Mudde 2 Bara 2016) Gaheen Barattooni Oromoo fi Sochii Warraaqsaa

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ)Qophii Mudde 2 ,2016

Aside

Aside

Oromo TV Network (OTN) ardii Afrikaa fi Giddugaleessa bahaatti tamsaasamuu eegalee jira. Daandii TVn kun irratti argamu akka armaan gadii ti. Bakka dandeessanitti facaasaa.
Satellite: Azersapace-1/Africasat satellite 46.0° E
Frequency and polarization: 4115,056 MHz, Vertical
SR: 3.174 Mbaud
FEC:3/4
MODCOD: DVB-S2 8PSK
Service name: OromoTV
SID: 1
VPID: 111
APID: 112

otn

 

Ethiopia’s Merera Gudina detained, MEP Ana Gomes, on the detention

Aside

December 1, 2016

Merera Gudina

Merera Gudina’s arrest has been criticised by a member of the European parliament

(BBC News) — A prominent opposition leader in Ethiopia has been detained after he returned from Europe.

Merera Gudina had violated Ethiopia’s state of emergency by having contact with “terrorist” and “anti-peace” groups, state-linked media reported.

Mr Merera criticised the state of emergency in an address to the European parliament on 9 November.

The government imposed it in October to end an unprecedented wave of protests against its 25-year rule.

More than 11,000 people have since been arrested. Continue reading

Qophii Kaayyoo

Aside

WAAQATTI HIMADDHU!

Aside

Taammanaa Bitimaa irraa
 Barreessaa dhugaa baasa!
                              Yaa Irreecha olka’ii dubbaddhu
                              Bishooftuu olka’ii dubbaddhu
                              Yaa Oromoo olka’ii dhubbaddhu
                              Oromiyaa oka’ii dubbaddhu
                              Waan barana taate
                              Waan yeeyyiin si goote
                              Addunyaatti iyyaddhu
                              Waaqatti himaddhu!

Continue reading